Al-An'am · 165/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَهُوَ الَّذِي جَعَلَكُمْ خَلَائِفَ الْأَرْضِ وَرَفَعَ بَعْضَكُمْ فَوْقَ بَعْضٍ دَرَجَاتٍ لِّيَبْلُوَكُمْ فِي مَا آتَاكُمْ ۗ إِنَّ رَبَّكَ سَرِيعُ الْعِقَابِ وَإِنَّهُ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ ١٦٥
Transliteration
Wa Huwal lazee ja`alakum khalaaa`ifal ardi wa rafa`a ba`dakum fawqa ba`din darajaatil liyabluwakum fee maaa aataakum; inna Rabbaka saree`ul `iqaab; wa innahoo la Ghafoorur Raheem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin Isa dachii keessatti bakka bu’oo isin godhe; waan isinii kenne keessatti isin qormaatuuf jecha, sadarkaa keessatti garii keessan garii irra ol fuudheDhugumatti, Gooftaan kee adabbiin isaa saffisaadha; ammas dhugumatti Inni araaramaa, rahmata godhaadha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 163-165 — Al-An'am
163لَا شَرِيكَ لَهُ ۖ وَبِذَٰلِكَ أُمِرْتُ وَأَنَا أَوَّلُ الْمُسْلِمِينَ
Shariikni isaaf hin jiru; isuma kanattin ajajame; ani jalqaba Muslimootati
164قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَبْغِي رَبًّا وَهُوَ رَبُّ كُلِّ شَيْءٍ ۚ وَلَا تَكْسِبُ كُلُّ نَفْسٍ إِلَّا عَلَيْهَا ۚ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ ۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّكُم مَّرْجِعُكُمْ فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ
Jedhi: "Sila ani Rabbiin ala odoo Inni Gooftaa waan hundaa ta’ee jiru Gooftaa biraa barbaadaa? Lubbuun hundi isheedhuma irratti malee (badii) hin hojjattu(Lubbuun) ba’aa (badii) baadhattu tokko ba’aa kan biraa hin baadhattuErgasii deebiin keessan gara Gooftaa keessaniitiWantoota isin isa keessattis wal dhabaa turtan (hunda) isinitti hima
165وَهُوَ الَّذِي جَعَلَكُمْ خَلَائِفَ الْأَرْضِ وَرَفَعَ بَعْضَكُمْ فَوْقَ بَعْضٍ دَرَجَاتٍ لِّيَبْلُوَكُمْ فِي مَا آتَاكُمْ ۗ إِنَّ رَبَّكَ سَرِيعُ الْعِقَابِ وَإِنَّهُ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Rabbiin Isa dachii keessatti bakka bu’oo isin godhe; waan isinii kenne keessatti isin qormaatuuf jecha, sadarkaa keessatti garii keessan garii irra ol fuudheDhugumatti, Gooftaan kee adabbiin isaa saffisaadha; ammas dhugumatti Inni araaramaa, rahmata godhaadha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
165Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 165
Suuratu Al-An'am Aayah 165 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin Isa dachii keessatti bakka bu’oo isin godhe; waan isinii…Suuratu Aayah 165/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 163–165. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








