Al-An'am · 164/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَبْغِي رَبًّا وَهُوَ رَبُّ كُلِّ شَيْءٍ ۚ وَلَا تَكْسِبُ كُلُّ نَفْسٍ إِلَّا عَلَيْهَا ۚ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ ۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّكُم مَّرْجِعُكُمْ فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ ۝١٦٤
Qul aghairal laahi abhee Rabbanw wa Huwa Rabbu kulli shai`; wa laa taksibu kullu nafsin illaa `alaihaa; wa laa taziru waaziratunw wizra ukhraa; summa ilaa Rabbikum marji`ukum fa yunabbi`ukum bimaa kuntum feehi takhtalifoon
📖 Afaan Oromoon
Jedhi: "Sila ani Rabbiin ala odoo Inni Gooftaa waan hundaa ta’ee jiru Gooftaa biraa barbaadaa? Lubbuun hundi isheedhuma irratti malee (badii) hin hojjattu(Lubbuun) ba’aa (badii) baadhattu tokko ba’aa kan biraa hin baadhattuErgasii deebiin keessan gara Gooftaa keessaniitiWantoota isin isa keessattis wal dhabaa turtan (hunda) isinitti hima

🎧 Caqasi


📜 Aayah 162-165 — Al-An'am

162قُلْ إِنَّ صَلَاتِي وَنُسُكِي وَمَحْيَايَ وَمَمَاتِي لِلَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Jedhi: "Dhugumatti salaanni kiyya, ibaadaan kiyya, jireenyi kiyyaafi duuti kiyyas Rabbii Gooftaa aalama qofaafi
163لَا شَرِيكَ لَهُ ۖ وَبِذَٰلِكَ أُمِرْتُ وَأَنَا أَوَّلُ الْمُسْلِمِينَ
Shariikni isaaf hin jiru; isuma kanattin ajajame; ani jalqaba Muslimootati
164قُلْ أَغَيْرَ اللَّهِ أَبْغِي رَبًّا وَهُوَ رَبُّ كُلِّ شَيْءٍ ۚ وَلَا تَكْسِبُ كُلُّ نَفْسٍ إِلَّا عَلَيْهَا ۚ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ ۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّكُم مَّرْجِعُكُمْ فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ
Jedhi: "Sila ani Rabbiin ala odoo Inni Gooftaa waan hundaa ta’ee jiru Gooftaa biraa barbaadaa? Lubbuun hundi isheedhuma irratti malee (badii) hin hojjattu(Lubbuun) ba’aa (badii) baadhattu tokko ba’aa kan biraa hin baadhattuErgasii deebiin keessan gara Gooftaa keessaniitiWantoota isin isa keessattis wal dhabaa turtan (hunda) isinitti hima
165وَهُوَ الَّذِي جَعَلَكُمْ خَلَائِفَ الْأَرْضِ وَرَفَعَ بَعْضَكُمْ فَوْقَ بَعْضٍ دَرَجَاتٍ لِّيَبْلُوَكُمْ فِي مَا آتَاكُمْ ۗ إِنَّ رَبَّكَ سَرِيعُ الْعِقَابِ وَإِنَّهُ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Rabbiin Isa dachii keessatti bakka bu’oo isin godhe; waan isinii kenne keessatti isin qormaatuuf jecha, sadarkaa keessatti garii keessan garii irra ol fuudheDhugumatti, Gooftaan kee adabbiin isaa saffisaadha; ammas dhugumatti Inni araaramaa, rahmata godhaadha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
164Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 164

Suuratu Al-An'am Aayah 164 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jedhi: "Sila ani Rabbiin ala odoo Inni Gooftaa waan hundaa…

Suuratu Aayah 164/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 162–165. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers