Al-An'am · 98/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَهُوَ الَّذِي أَنشَأَكُم مِّن نَّفْسٍ وَاحِدَةٍ فَمُسْتَقَرٌّ وَمُسْتَوْدَعٌ ۗ قَدْ فَصَّلْنَا الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَفْقَهُونَ ۝٩٨
Wa hhuwal lazeee ansha akum min nasinw waahidatin famustaqarrunw wa mustawda`; qad fassalnal Aayaati liqaw miny-yafqahoon
📖 Afaan Oromoon
Inni (Rabbiin) Isa lubbuu tokko irraa isin uumeedhaBakka raggaiinsaa (gad-aamessaa)fi bakka qubsumaa (dugdatu isiniif jira)Dhugumatti, Nuti namoota hubataniif keeyyattoota addeessineerra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 96-100 — Al-An'am

96فَالِقُ الْإِصْبَاحِ وَجَعَلَ اللَّيْلَ سَكَنًا وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ حُسْبَانًا ۚ ذَٰلِكَ تَقْدِيرُ الْعَزِيزِ الْعَلِيمِ
(Inni) baqaqsaa bariitiHalkan (yeroo) boqonnaa, aduufi ji’as lakkoofsa (yeroo ittiin beekuuf) godheKun qideessuu (Rabbii) injifataa, beekaati
97وَهُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ النُّجُومَ لِتَهْتَدُوا بِهَا فِي ظُلُمَاتِ الْبَرِّ وَالْبَحْرِ ۗ قَدْ فَصَّلْنَا الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Inni (Rabbiin) Isa akka dukkana dachiifi bahraa keessa isaaniin qajeeltaniif urjiiwwan isiniif godhe saniDhugumatti, Nuti keeyyattoota ummata beekaniif addeessinee jirra
98وَهُوَ الَّذِي أَنشَأَكُم مِّن نَّفْسٍ وَاحِدَةٍ فَمُسْتَقَرٌّ وَمُسْتَوْدَعٌ ۗ قَدْ فَصَّلْنَا الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَفْقَهُونَ
Inni (Rabbiin) Isa lubbuu tokko irraa isin uumeedhaBakka raggaiinsaa (gad-aamessaa)fi bakka qubsumaa (dugdatu isiniif jira)Dhugumatti, Nuti namoota hubataniif keeyyattoota addeessineerra
99وَهُوَ الَّذِي أَنزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَخْرَجْنَا بِهِ نَبَاتَ كُلِّ شَيْءٍ فَأَخْرَجْنَا مِنْهُ خَضِرًا نُّخْرِجُ مِنْهُ حَبًّا مُّتَرَاكِبًا وَمِنَ النَّخْلِ مِن طَلْعِهَا قِنْوَانٌ دَانِيَةٌ وَجَنَّاتٍ مِّنْ أَعْنَابٍ وَالزَّيْتُونَ وَالرُّمَّانَ مُشْتَبِهًا وَغَيْرَ مُتَشَابِهٍ ۗ انظُرُوا إِلَىٰ ثَمَرِهِ إِذَا أَثْمَرَ وَيَنْعِهِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكُمْ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Inni Isa samii irraa bishaan buuseIsaanis biqilaa waan hundaa baafnee, isa irraahis magariisa baafneIsa irraa firii wal koraa, muka Timiraa irraa, daraaraa ishee irraa yudoo dhihoo taate, ashaakiltii inaba irraa tae, zaytuuna, rummaana wal fakkaataafi wal fakkaataa hin taane baafnaMee gara oomisha isaa yeroo inni fireesseefi (gara) bilchina isaas ilaalaaDhugumatti, kana keessa ummata amananiif mallattoowwantu jira
100وَجَعَلُوا لِلَّهِ شُرَكَاءَ الْجِنَّ وَخَلَقَهُمْ ۖ وَخَرَقُوا لَهُ بَنِينَ وَبَنَاتٍ بِغَيْرِ عِلْمٍ ۚ سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ عَمَّا يَصِفُونَ
Odoo inni isaanis uumee jiruu jinnoota Rabbiif shariika taasisan; isaan beekumsaan maleetti ilmaan dhiiraafi dhalaa Isaaf (Rabbiif) uumanInni wantoota isaan kijibaan Isatti maxxansan irraa qulqulluufi ol ta’aadha
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
98Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 98

Suuratu Al-An'am Aayah 98 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni (Rabbiin) Isa lubbuu tokko irraa isin uumeedhaBakka raggaiinsaa (gad-aamessaa)fi…

Suuratu Aayah 98/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 96–100. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers