At-Talaq · 5/12
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Talaq
ذَٰلِكَ أَمْرُ اللَّهِ أَنزَلَهُ إِلَيْكُمْ ۚ وَمَن يَتَّقِ اللَّهَ يُكَفِّرْ عَنْهُ سَيِّئَاتِهِ وَيُعْظِمْ لَهُ أَجْرًا ۝٥
Zaalika amrul laahi anzalahoo ilaikum; wa many yattaqil laaha yukaffir `anhu saiyi aatihee wa yu`zim lahoo ajraa
📖 Afaan Oromoon
Kun ajaja Rabbii kan gara keessanitti isa buuseedhaNama Rabbiin sodaatu (Rabbiin) badii isaa isa irraa harcaasee mindaas isaaf guddisa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu At-Talaq

3وَيَرْزُقْهُ مِنْ حَيْثُ لَا يَحْتَسِبُ ۚ وَمَن يَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ فَهُوَ حَسْبُهُ ۚ إِنَّ اللَّهَ بَالِغُ أَمْرِهِ ۚ قَدْ جَعَلَ اللَّهُ لِكُلِّ شَيْءٍ قَدْرًا
Bakka inni hin yaadin irraayis isa sooraNama Rabbi irratti hirkatuuf Inni isaaf gaaadhaDhugumatti, Rabbiin ajaja isaa bakkaan gaaadhaDhugumatti Rabbiin waan hundaafuu hanga sirraawaa taasiseera
4وَاللَّائِي يَئِسْنَ مِنَ الْمَحِيضِ مِن نِّسَائِكُمْ إِنِ ارْتَبْتُمْ فَعِدَّتُهُنَّ ثَلَاثَةُ أَشْهُرٍ وَاللَّائِي لَمْ يَحِضْنَ ۚ وَأُولَاتُ الْأَحْمَالِ أَجَلُهُنَّ أَن يَضَعْنَ حَمْلَهُنَّ ۚ وَمَن يَتَّقِ اللَّهَ يَجْعَل لَّهُ مِنْ أَمْرِهِ يُسْرًا
Dubartoota keessan irraa isaan xurii laguu (haydii) irraa abdii kutan yoo shakkitaniif iddaan isaanii jia sadi qofaIsaan haydii arguu hin jalqabinis (akkasuma)Warri ulfa taan immoo baallamni isaanii ulfa isaanii dauudhaNama Rabbiin sodaatu (Rabbiin) dhimma isaa irraa laafina isaaf godha
5ذَٰلِكَ أَمْرُ اللَّهِ أَنزَلَهُ إِلَيْكُمْ ۚ وَمَن يَتَّقِ اللَّهَ يُكَفِّرْ عَنْهُ سَيِّئَاتِهِ وَيُعْظِمْ لَهُ أَجْرًا
Kun ajaja Rabbii kan gara keessanitti isa buuseedhaNama Rabbiin sodaatu (Rabbiin) badii isaa isa irraa harcaasee mindaas isaaf guddisa
6أَسْكِنُوهُنَّ مِنْ حَيْثُ سَكَنتُم مِّن وُجْدِكُمْ وَلَا تُضَارُّوهُنَّ لِتُضَيِّقُوا عَلَيْهِنَّ ۚ وَإِن كُنَّ أُولَاتِ حَمْلٍ فَأَنفِقُوا عَلَيْهِنَّ حَتَّىٰ يَضَعْنَ حَمْلَهُنَّ ۚ فَإِنْ أَرْضَعْنَ لَكُمْ فَآتُوهُنَّ أُجُورَهُنَّ ۖ وَأْتَمِرُوا بَيْنَكُم بِمَعْرُوفٍ ۖ وَإِن تَعَاسَرْتُمْ فَسَتُرْضِعُ لَهُ أُخْرَىٰ
Dandeettii keessan irraa bakka qubattanu isaan qubsiisaaIsaan irratti dhiphisuuf jechas isaan hin rakkisinaaYoo warra ulfaa taaniif hanga ulfa isaanii daanitti isaan qallabaaYoo isiniif hoosisan immoo mindaa isaanii isaaniif kennaaJidduu keessanitti haala gaariin mariadhaaYoo wal rakkiftaniif kan biraa isaaf haa hoosisu
7لِيُنفِقْ ذُو سَعَةٍ مِّن سَعَتِهِ ۖ وَمَن قُدِرَ عَلَيْهِ رِزْقُهُ فَلْيُنفِقْ مِمَّا آتَاهُ اللَّهُ ۚ لَا يُكَلِّفُ اللَّهُ نَفْسًا إِلَّا مَا آتَاهَا ۚ سَيَجْعَلُ اللَّهُ بَعْدَ عُسْرٍ يُسْرًا
Abbaan dandeettii qabu dandeettii isaa irraa haa qallabuNamni sooranni isaa isa irratti dhiphifame, waan Rabbiin isaaf kenne irraa haa qallabuRabbiin lubbuu kamiyyuu waan isheedhaaf kenne malee hin dirqisiisuRabbiin dhiphina booda balina godhuuf jira
At-TalaqTarreeffama Qur'ana
12Aayah
MedinanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — At-Talaq 5

Suuratu At-Talaq Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun ajaja Rabbii kan gara keessanitti isa buuseedhaNama Rabbiin sodaatu…

Suuratu Aayah 5/12 — Suuratu At-Talaq الطلاق (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Talaq Caqasi, Suuratu At-Talaq Hiikkaa, Suuratu At-Talaq mp3, Suuratu At-Talaq pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers