Al-Qalam · 9/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qalam
وَدُّوا لَوْ تُدْهِنُ فَيُدْهِنُونَ ۝٩
Waddoo law tudhinu fa-yudhinoon
📖 Afaan Oromoon
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — Al-Qalam

7إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka
8فَلَا تُطِعِ الْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin
9وَدُّوا لَوْ تُدْهِنُ فَيُدْهِنُونَ
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu
10وَلَا تُطِعْ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin
11هَمَّازٍ مَّشَّاءٍ بِنَمِيمٍ
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 9

Suuratu Al-Qalam Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu

Suuratu Aayah 9/52 — Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qalam Caqasi, Al-Qalam Hiikkaa, Al-Qalam mp3, Al-Qalam pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers