Al-Qalam · 8/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
فَلَا تُطِعِ الْمُكَذِّبِينَ ۝٨
Falaa tuti`il mukazzibeen
📖 Afaan Oromoon
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-Qalam

6بِأَييِّكُمُ الْمَفْتُونُ
Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu)
7إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka
8فَلَا تُطِعِ الْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin
9وَدُّوا لَوْ تُدْهِنُ فَيُدْهِنُونَ
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu
10وَلَا تُطِعْ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 8

Suuratu Al-Qalam Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kijibsiiftotaaf hin ajajamin

Suuratu Aayah 8/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers