Al-Qalam · 10/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
وَلَا تُطِعْ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ ۝١٠
Wa laa tuti` kulla hallaa fim maheen
📖 Afaan Oromoon
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Qalam

8فَلَا تُطِعِ الْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin
9وَدُّوا لَوْ تُدْهِنُ فَيُدْهِنُونَ
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu
10وَلَا تُطِعْ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin
11هَمَّازٍ مَّشَّاءٍ بِنَمِيمٍ
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)
12مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 10

Suuratu Al-Qalam Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin

Suuratu Aayah 10/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers