Nuh · 24/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَقَدْ أَضَلُّوا كَثِيرًا ۖ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا ضَلَالًا ۝٢٤
Wa qad adalloo kasee ranw wa laa tazidiz zaalimeena illaa dalaalaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, (namoota) baayee jallisaniiruMiidhaa raawwattootaaf jallinna malee hin dabalin.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Nuh

22وَمَكَرُوا مَكْرًا كُبَّارًا
Tooftaa gurguddaa baasan
23وَقَالُوا لَا تَذَرُنَّ آلِهَتَكُمْ وَلَا تَذَرُنَّ وَدًّا وَلَا سُوَاعًا وَلَا يَغُوثَ وَيَعُوقَ وَنَسْرًا
‘Gabbaramtoota keessaniis hin dhiisinaa; waddi, suwaai, yaghuus, yauuqiifi nasriinis hin dhiisinaa (waliin) jedhan
24وَقَدْ أَضَلُّوا كَثِيرًا ۖ وَلَا تَزِدِ الظَّالِمِينَ إِلَّا ضَلَالًا
Dhugumatti, (namoota) baayee jallisaniiruMiidhaa raawwattootaaf jallinna malee hin dabalin.”
25مِّمَّا خَطِيئَاتِهِمْ أُغْرِقُوا فَأُدْخِلُوا نَارًا فَلَمْ يَجِدُوا لَهُم مِّن دُونِ اللَّهِ أَنصَارًا
Diliiwwan isaanii irraa kan kae, bishaaniin nyaachifamanii ibidda seensifamanRabbiin alatti tumsitoota isaaniif hin arganne
26وَقَالَ نُوحٌ رَّبِّ لَا تَذَرْ عَلَى الْأَرْضِ مِنَ الْكَافِرِينَ دَيَّارًا
Nuuhiin ni jedhe: "Gooftaa kiyya! Kaafiroota irraa nama tokkollee dachii irratti hin dhiisin
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Nuh 24

Suuratu Nuh Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, (namoota) baayee jallisaniiruMiidhaa raawwattootaaf jallinna malee hin dabalin.”

Suuratu Aayah 24/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers