An-Naba · 22/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
لِّلطَّاغِينَ مَآبًا ۝٢٢
Lit taa gheena ma aaba
📖 Afaan Oromoon
Warra daangaa dabraniif iddoo deebiiti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu An-Naba

20وَسُيِّرَتِ الْجِبَالُ فَكَانَتْ سَرَابًا
Gaarreenis deemsifamtee siribii (siribduu) taate
21إِنَّ جَهَنَّمَ كَانَتْ مِرْصَادًا
Dhugumatti jahannam waldaa taateetti
22لِّلطَّاغِينَ مَآبًا
Warra daangaa dabraniif iddoo deebiiti
23لَّابِثِينَ فِيهَا أَحْقَابًا
Yeroo dheeraaf ishee keessa turu
24لَّا يَذُوقُونَ فِيهَا بَرْدًا وَلَا شَرَابًا
Ishee keessatti qabbanas taee dhugaatii hin dhandhamanu
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — An-Naba 22

Suuratu An-Naba Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra daangaa dabraniif iddoo deebiiti

Suuratu Aayah 22/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers