At-Takwir · 25/29
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Takwir
وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ ۝٢٥
Wa maa huwa biqawli shaitaanir rajeem
📖 Afaan Oromoon
Innis (Quraanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — At-Takwir

23وَلَقَدْ رَآهُ بِالْأُفُقِ الْمُبِينِ
Dhugumatti, inni moggaa ol aanaa (samii) ifa galaa (gara Bahaa) keessatti isa argee jira
24وَمَا هُوَ عَلَى الْغَيْبِ بِضَنِينٍ
Inni (Nabiyyiin) beekumsa fagoo irratti donaa miti (hin dhoksu)
25وَمَا هُوَ بِقَوْلِ شَيْطَانٍ رَّجِيمٍ
Innis (Quraanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti
26فَأَيْنَ تَذْهَبُونَ
Mee eessuma deemtu
27إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Inni aalama hundaaf gorsa malee homaa miti
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 25

Suuratu At-Takwir Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Innis (Quraanni) jecha sheeyxaana darbamaa miti

Suuratu Aayah 25/29 — At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Takwir Caqasi, At-Takwir Hiikkaa, At-Takwir mp3, At-Takwir pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers