At-Tawbah · 52/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
قُلْ هَلْ تَرَبَّصُونَ بِنَا إِلَّا إِحْدَى الْحُسْنَيَيْنِ ۖ وَنَحْنُ نَتَرَبَّصُ بِكُمْ أَن يُصِيبَكُمُ اللَّهُ بِعَذَابٍ مِّنْ عِندِهِ أَوْ بِأَيْدِينَا ۖ فَتَرَبَّصُوا إِنَّا مَعَكُم مُّتَرَبِّصُونَ ۝٥٢
Qul hal tarabbasoona binaaa illaaa ihdal husnayayni wa nahnu natrabbasu bikum ai yus eebakumul laahu bi`azaa bim min `indiheee aw biaidee naa fatarabbasooo innaa ma`akum mutarabbisoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila tokkoo toltuu lamaanii malee waan biraa nutti eegduu? Nutis Rabbiin adabbii Isa biraa ta’een yookiin harka keenyaan isin tuquu eegnaIsinis eegaa; nutis isin wajjiin eegoodha” jedhi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 50-54 — Suuratu At-Tawbah

50إِن تُصِبْكَ حَسَنَةٌ تَسُؤْهُمْ ۖ وَإِن تُصِبْكَ مُصِيبَةٌ يَقُولُوا قَدْ أَخَذْنَا أَمْرَنَا مِن قَبْلُ وَيَتَوَلَّوا وَّهُمْ فَرِحُونَ
Yoo toltuun wahii si mudatte, isaan gaddisiiftiYoo balaan wahii si mudatte immoo “nuti dursinee of eeggannoo keenya qabannee jirra” jedhan; kan gammadan ta’anii duuba deebi’u
51قُل لَّن يُصِيبَنَا إِلَّا مَا كَتَبَ اللَّهُ لَنَا هُوَ مَوْلَانَا ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ
“Waan Rabbiin nuuf barreesse malee homaa nu hin mudatuInni tiksaa keenya” jedhiMu’uminoonni Rabbuma (qofa) irratti haa hirkatan
52قُلْ هَلْ تَرَبَّصُونَ بِنَا إِلَّا إِحْدَى الْحُسْنَيَيْنِ ۖ وَنَحْنُ نَتَرَبَّصُ بِكُمْ أَن يُصِيبَكُمُ اللَّهُ بِعَذَابٍ مِّنْ عِندِهِ أَوْ بِأَيْدِينَا ۖ فَتَرَبَّصُوا إِنَّا مَعَكُم مُّتَرَبِّصُونَ
“Sila tokkoo toltuu lamaanii malee waan biraa nutti eegduu? Nutis Rabbiin adabbii Isa biraa ta’een yookiin harka keenyaan isin tuquu eegnaIsinis eegaa; nutis isin wajjiin eegoodha” jedhi
53قُلْ أَنفِقُوا طَوْعًا أَوْ كَرْهًا لَّن يُتَقَبَّلَ مِنكُمْ ۖ إِنَّكُمْ كُنتُمْ قَوْمًا فَاسِقِينَ
“Kan jaallattanis ta’aatii yookiin kan jibbitan ta’aa arjoomaa; isin irraa hin qeebalamuDhugumatti, isin ummata finciltoota turtan” jedhi
54وَمَا مَنَعَهُمْ أَن تُقْبَلَ مِنْهُمْ نَفَقَاتُهُمْ إِلَّا أَنَّهُمْ كَفَرُوا بِاللَّهِ وَبِرَسُولِهِ وَلَا يَأْتُونَ الصَّلَاةَ إِلَّا وَهُمْ كُسَالَىٰ وَلَا يُنفِقُونَ إِلَّا وَهُمْ كَارِهُونَ
Rabbiifi ergamaa isaatti kafaruu, salaatas hifatoo ta’anii malee kan hin dhufneefi kan jibban ta’anii malee arjoomuu dhabuu isaanii malee wanti sadaqaan isaanii isaan irraa qeebalamuu dhorge hin jiru
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 52

Suuratu At-Tawbah Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila tokkoo toltuu lamaanii malee waan biraa nutti eegduu? Nutis…

Suuratu Aayah 52/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers