At-Tawbah · 57/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
لَوْ يَجِدُونَ مَلْجَأً أَوْ مَغَارَاتٍ أَوْ مُدَّخَلًا لَّوَلَّوْا إِلَيْهِ وَهُمْ يَجْمَحُونَ ۝٥٧
Law yajidoona malja`an aw maghaaraatin aw mudda khalal lawallaw ilaihi wa hum yajmahoon
📖 Afaan Oromoon
Odoo iddoo itti baqatan yookiin goda wahii yookiin iddoo seenan (qaawwa wahii) argatanii silaa kan fiigan ta’anii gara isaatti deebi’u turan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — At-Tawbah

55فَلَا تُعْجِبْكَ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُمْ ۚ إِنَّمَا يُرِيدُ اللَّهُ لِيُعَذِّبَهُم بِهَا فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَتَزْهَقَ أَنفُسُهُمْ وَهُمْ كَافِرُونَ
Qabeenyi isaaniitiifi ilmaan isaanii si hin ajaa’ibsiisinDhugumatti, wanti Rabbiin fedhu jireenya Addunyaa keessatti isheedhaan isaan adabuufi kaafiroota ta’anii lubbuun isaanii bahuu fedha
56وَيَحْلِفُونَ بِاللَّهِ إِنَّهُمْ لَمِنكُمْ وَمَا هُم مِّنكُمْ وَلَٰكِنَّهُمْ قَوْمٌ يَفْرَقُونَ
Isaan dhugumatti isin irraayyi jechuun Rabbiin kakatu; isaan isin irraayii mitiGaruu isaan ummata sodaatanuudha
57لَوْ يَجِدُونَ مَلْجَأً أَوْ مَغَارَاتٍ أَوْ مُدَّخَلًا لَّوَلَّوْا إِلَيْهِ وَهُمْ يَجْمَحُونَ
Odoo iddoo itti baqatan yookiin goda wahii yookiin iddoo seenan (qaawwa wahii) argatanii silaa kan fiigan ta’anii gara isaatti deebi’u turan
58وَمِنْهُم مَّن يَلْمِزُكَ فِي الصَّدَقَاتِ فَإِنْ أُعْطُوا مِنْهَا رَضُوا وَإِن لَّمْ يُعْطَوْا مِنْهَا إِذَا هُمْ يَسْخَطُونَ
Isaan irraas nama (qooda) sadaqaa keessatti maqaa si xureessutu jiraYoo ishee irraa kennaman ni jaallatu; yoo ishee irraa hin kennamne immoo yoosan isaan ni jibbu
59وَلَوْ أَنَّهُمْ رَضُوا مَا آتَاهُمُ اللَّهُ وَرَسُولُهُ وَقَالُوا حَسْبُنَا اللَّهُ سَيُؤْتِينَا اللَّهُ مِن فَضْلِهِ وَرَسُولُهُ إِنَّا إِلَى اللَّهِ رَاغِبُونَ
Odoo isaan waan Rabbiifi ergamaan Isaa isaaniif kenne jaalatanii “Rabbiin nuuf ga’aadhaRabbiin fuula dura tola Isaa irraa nuuf kennaErgamaan Isaas (akkasuma)Dhugumatti, nuti gara Rabbii kajeeloodha” jedhanii (silaa isaaniif caalaa ture)
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 57

Suuratu At-Tawbah Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo iddoo itti baqatan yookiin goda wahii yookiin iddoo seenan…

Suuratu Aayah 57/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers