At-Tawbah · 56/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
وَيَحْلِفُونَ بِاللَّهِ إِنَّهُمْ لَمِنكُمْ وَمَا هُم مِّنكُمْ وَلَٰكِنَّهُمْ قَوْمٌ يَفْرَقُونَ ۝٥٦
Wa yahlifoona billaahi innnahum laminkum wa maa hum minkum wa laakinnahum qawmuny yafraqoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan dhugumatti isin irraayyi jechuun Rabbiin kakatu; isaan isin irraayii mitiGaruu isaan ummata sodaatanuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — At-Tawbah

54وَمَا مَنَعَهُمْ أَن تُقْبَلَ مِنْهُمْ نَفَقَاتُهُمْ إِلَّا أَنَّهُمْ كَفَرُوا بِاللَّهِ وَبِرَسُولِهِ وَلَا يَأْتُونَ الصَّلَاةَ إِلَّا وَهُمْ كُسَالَىٰ وَلَا يُنفِقُونَ إِلَّا وَهُمْ كَارِهُونَ
Rabbiifi ergamaa isaatti kafaruu, salaatas hifatoo ta’anii malee kan hin dhufneefi kan jibban ta’anii malee arjoomuu dhabuu isaanii malee wanti sadaqaan isaanii isaan irraa qeebalamuu dhorge hin jiru
55فَلَا تُعْجِبْكَ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُمْ ۚ إِنَّمَا يُرِيدُ اللَّهُ لِيُعَذِّبَهُم بِهَا فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَتَزْهَقَ أَنفُسُهُمْ وَهُمْ كَافِرُونَ
Qabeenyi isaaniitiifi ilmaan isaanii si hin ajaa’ibsiisinDhugumatti, wanti Rabbiin fedhu jireenya Addunyaa keessatti isheedhaan isaan adabuufi kaafiroota ta’anii lubbuun isaanii bahuu fedha
56وَيَحْلِفُونَ بِاللَّهِ إِنَّهُمْ لَمِنكُمْ وَمَا هُم مِّنكُمْ وَلَٰكِنَّهُمْ قَوْمٌ يَفْرَقُونَ
Isaan dhugumatti isin irraayyi jechuun Rabbiin kakatu; isaan isin irraayii mitiGaruu isaan ummata sodaatanuudha
57لَوْ يَجِدُونَ مَلْجَأً أَوْ مَغَارَاتٍ أَوْ مُدَّخَلًا لَّوَلَّوْا إِلَيْهِ وَهُمْ يَجْمَحُونَ
Odoo iddoo itti baqatan yookiin goda wahii yookiin iddoo seenan (qaawwa wahii) argatanii silaa kan fiigan ta’anii gara isaatti deebi’u turan
58وَمِنْهُم مَّن يَلْمِزُكَ فِي الصَّدَقَاتِ فَإِنْ أُعْطُوا مِنْهَا رَضُوا وَإِن لَّمْ يُعْطَوْا مِنْهَا إِذَا هُمْ يَسْخَطُونَ
Isaan irraas nama (qooda) sadaqaa keessatti maqaa si xureessutu jiraYoo ishee irraa kennaman ni jaallatu; yoo ishee irraa hin kennamne immoo yoosan isaan ni jibbu
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 56

Suuratu At-Tawbah Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan dhugumatti isin irraayyi jechuun Rabbiin kakatu; isaan isin irraayii…

Suuratu Aayah 56/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers