Al-Bayyinah · 5/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Bayyinah
وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعْبُدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُؤْتُوا الزَّكَاةَ ۚ وَذَٰلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ ۝٥
Wa maa umiroo il-la liy`abu dul laaha mukhliseena lahud-deena huna faa-a wa yuqeemus salaahta wa yu-tuz zakaata; wa zaalika deenul qaiyimah
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf qulqulleessuu, salaata dhaabuufi zakaa kennuutti malee homaa hin ajajamneKun immoo amantii qajeelaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Bayyinah

3فِيهَا كُتُبٌ قَيِّمَةٌ
Ishee keessa barreeffamoota sirriitu jira
4وَمَا تَفَرَّقَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ إِلَّا مِن بَعْدِ مَا جَاءَتْهُمُ الْبَيِّنَةُ
Isaan kitaaba kennamanis hanga ragaan ifaan isaanitti dhufutti adda hin facaane
5وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعْبُدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُؤْتُوا الزَّكَاةَ ۚ وَذَٰلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ
Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf qulqulleessuu, salaata dhaabuufi zakaa kennuutti malee homaa hin ajajamneKun immoo amantii qajeelaadha
6إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْ أَهْلِ الْكِتَابِ وَالْمُشْرِكِينَ فِي نَارِ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ أُولَٰئِكَ هُمْ شَرُّ الْبَرِيَّةِ
Warri abbootii kitaabaafi mushrikoota irraa kafaran ibidda jahannam keessatti hafoo ta’anii jiraatuWarri sun isaanumatu irra hamtuu uumamaati
7إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ أُولَٰئِكَ هُمْ خَيْرُ الْبَرِيَّةِ
Dhugumatti, isaan amananiifi gaggaarii hojjatan, isaan sun isaanumatu irra caalaa uumamaati
Al-BayyinahTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MedinanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Bayyinah 5

Suuratu Al-Bayyinah Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf qulqulleessuu, salaata dhaabuufi…

Suuratu Aayah 5/8 — Suuratu Al-Bayyinah البينة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Bayyinah Caqasi, Suuratu Al-Bayyinah Hiikkaa, Suuratu Al-Bayyinah mp3, Suuratu Al-Bayyinah pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers