Al-Bayyinah · 4/8
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Bayyinah
وَمَا تَفَرَّقَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ إِلَّا مِن بَعْدِ مَا جَاءَتْهُمُ الْبَيِّنَةُ ۝٤
Wa maa tafarraqal lazeena ootul kitaaba il-la mim b`adi ma jaa-at humul baiyyinah
📖 Afaan Oromoon
Isaan kitaaba kennamanis hanga ragaan ifaan isaanitti dhufutti adda hin facaane

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Bayyinah

2رَسُولٌ مِّنَ اللَّهِ يَتْلُو صُحُفًا مُّطَهَّرَةً
(Ragichis) ergamaa Rabbi irraa ta’e kan kitaabota qulqulleeffame dubbisu
3فِيهَا كُتُبٌ قَيِّمَةٌ
Ishee keessa barreeffamoota sirriitu jira
4وَمَا تَفَرَّقَ الَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ إِلَّا مِن بَعْدِ مَا جَاءَتْهُمُ الْبَيِّنَةُ
Isaan kitaaba kennamanis hanga ragaan ifaan isaanitti dhufutti adda hin facaane
5وَمَا أُمِرُوا إِلَّا لِيَعْبُدُوا اللَّهَ مُخْلِصِينَ لَهُ الدِّينَ حُنَفَاءَ وَيُقِيمُوا الصَّلَاةَ وَيُؤْتُوا الزَّكَاةَ ۚ وَذَٰلِكَ دِينُ الْقَيِّمَةِ
Rabbiin qofa gabbaruu, qajeelanii amantii Isa qofaaf qulqulleessuu, salaata dhaabuufi zakaa kennuutti malee homaa hin ajajamneKun immoo amantii qajeelaadha
6إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا مِنْ أَهْلِ الْكِتَابِ وَالْمُشْرِكِينَ فِي نَارِ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ أُولَٰئِكَ هُمْ شَرُّ الْبَرِيَّةِ
Warri abbootii kitaabaafi mushrikoota irraa kafaran ibidda jahannam keessatti hafoo ta’anii jiraatuWarri sun isaanumatu irra hamtuu uumamaati
Al-BayyinahTarreeffama Qur'ana
8Aayah
MedinanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Bayyinah 4

Suuratu Al-Bayyinah Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan kitaaba kennamanis hanga ragaan ifaan isaanitti dhufutti adda hin…

Suuratu Aayah 4/8 — Suuratu Al-Bayyinah البينة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Bayyinah Caqasi, Suuratu Al-Bayyinah Hiikkaa, Suuratu Al-Bayyinah mp3, Suuratu Al-Bayyinah pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers