Al-'Alaq · 11/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Alaq
أَرَأَيْتَ إِن كَانَ عَلَى الْهُدَىٰ ۝١١
Ara-aita in kana `alal hudaa
📖 Afaan Oromoon
Yoo inni qajeeluma irra jiraate hoo mee naaf himi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-'Alaq

9أَرَأَيْتَ الَّذِي يَنْهَىٰ
Sila isa dhorgu san argitee
10عَبْدًا إِذَا صَلَّىٰ
Gabricha yeroo inni salaatu (kan dhorgu argitee)
11أَرَأَيْتَ إِن كَانَ عَلَى الْهُدَىٰ
Yoo inni qajeeluma irra jiraate hoo mee naaf himi
12أَوْ أَمَرَ بِالتَّقْوَىٰ
Yookiin immoo sodaa Rabbiitti yoo ajaje hoo
13أَرَأَيْتَ إِن كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Yoo inni (Abuu Jahal) kijibsiisee irraa gara gale hoo mee naaf himi
Al-'AlaqTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-'Alaq 11

Suuratu Al-'Alaq Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo inni qajeeluma irra jiraate hoo mee naaf himi

Suuratu Aayah 11/19 — Suuratu Al-'Alaq العلق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Alaq Caqasi, Suuratu Al-'Alaq Hiikkaa, Suuratu Al-'Alaq mp3, Suuratu Al-'Alaq pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers