Al-'Alaq · 17/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Alaq
فَلْيَدْعُ نَادِيَهُ ۝١٧
Fal yad`u naadiyah
📖 Afaan Oromoon
Garee isaa haa waammatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-'Alaq

15كَلَّا لَئِن لَّمْ يَنتَهِ لَنَسْفَعًا بِالنَّاصِيَةِ
Haa dhorgamu; yoo inni (Abuu Jahal) dhorgamuu baate, sammuu qabna
16نَاصِيَةٍ كَاذِبَةٍ خَاطِئَةٍ
Sammuu sobduu, dogoggortuu taate (qabna)
17فَلْيَدْعُ نَادِيَهُ
Garee isaa haa waammatu
18سَنَدْعُ الزَّبَانِيَةَ
Nutis waardiyyaa keenya waammachuuf jirra
19كَلَّا لَا تُطِعْهُ وَاسْجُدْ وَاقْتَرِب ۩
Dhorgami! Isaan hin ajajaminSujuudis gara Rabbiittis dhihaadhu
Al-'AlaqTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-'Alaq 17

Suuratu Al-'Alaq Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garee isaa haa waammatu

Suuratu Aayah 17/19 — Suuratu Al-'Alaq العلق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Alaq Caqasi, Suuratu Al-'Alaq Hiikkaa, Suuratu Al-'Alaq mp3, Suuratu Al-'Alaq pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers