Al-Baqarah · 110/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Baqarah
وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ وَآتُوا الزَّكَاةَ ۚ وَمَا تُقَدِّمُوا لِأَنفُسِكُم مِّنْ خَيْرٍ تَجِدُوهُ عِندَ اللَّهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ ۝١١٠
Wa aqeemus salaata wa aatuz zakaah; wa maa tuqaddimoo li anfusikum min khairin tajidoohu `indal laah; innal laaha bimaa ta`maloona baseer
📖 Afaan Oromoon
Salaata gadi dhaabaa; zakaas kennaaToltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan (kamillee) Rabbiin biratti isa argattuDhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan akkaan argaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 108-112 — Al-Baqarah

108أَمْ تُرِيدُونَ أَن تَسْأَلُوا رَسُولَكُمْ كَمَا سُئِلَ مُوسَىٰ مِن قَبْلُ ۗ وَمَن يَتَبَدَّلِ الْكُفْرَ بِالْإِيمَانِ فَقَدْ ضَلَّ سَوَاءَ السَّبِيلِ
Dhugaatti isin akka Muusaan kana dura gaafatame ergamaa keessan gaafachuu feetuNamni kufrii iimaanaan jijjiirrate, dhugumatti karaa sirrii irraa jallateera
109وَدَّ كَثِيرٌ مِّنْ أَهْلِ الْكِتَابِ لَوْ يَرُدُّونَكُم مِّن بَعْدِ إِيمَانِكُمْ كُفَّارًا حَسَدًا مِّنْ عِندِ أَنفُسِهِم مِّن بَعْدِ مَا تَبَيَّنَ لَهُمُ الْحَقُّ ۖ فَاعْفُوا وَاصْفَحُوا حَتَّىٰ يَأْتِيَ اللَّهُ بِأَمْرِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Hedduun warra kitaabaa irraa ta’an erga dhugaan ifa isaanii galee booda, waanyoo lubbuu isaanii irraa kan kae erga amantanii booda kaafiroota taatanii isin deebisuu jaallatuHanga Rabbiin ajaja Isaa fidutti dhiifama godhaa; irras dabraaDhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha
110وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ وَآتُوا الزَّكَاةَ ۚ وَمَا تُقَدِّمُوا لِأَنفُسِكُم مِّنْ خَيْرٍ تَجِدُوهُ عِندَ اللَّهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ
Salaata gadi dhaabaa; zakaas kennaaToltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan (kamillee) Rabbiin biratti isa argattuDhugumatti, Rabbiin waan isin hojjattan akkaan argaadha
111وَقَالُوا لَن يَدْخُلَ الْجَنَّةَ إِلَّا مَن كَانَ هُودًا أَوْ نَصَارَىٰ ۗ تِلْكَ أَمَانِيُّهُمْ ۗ قُلْ هَاتُوا بُرْهَانَكُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Nama yahuudaa yookiin kiristaana ta’e malee jannata hin seenu” jedhanKun hawwii isaaniiti“Yoo kan dhugaa dubbattan taataniif ragaa keessan fidaa" jedhi
112بَلَىٰ مَنْ أَسْلَمَ وَجْهَهُ لِلَّهِ وَهُوَ مُحْسِنٌ فَلَهُ أَجْرُهُ عِندَ رَبِّهِ وَلَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ
(Dubbiin akka isin jettanii) miti; namni gaarii dalagaa fuula isaa Rabbiif kenne mindaan isaa Rabbii isaa bira isaaf jira; sodaan isaan irra hin jiru; isaan hin gaddanus
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
110Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 110

Suuratu Al-Baqarah Aayah 110 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Salaata gadi dhaabaa; zakaas kennaaToltuu irraa waan lubbuu keessaniif dabarfattan…

Suuratu Aayah 110/286 — Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Baqarah Caqasi, Al-Baqarah Hiikkaa, Al-Baqarah mp3, Al-Baqarah pdf. Aayah 108–112. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers