Al-Qasas · 3/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qasas
نَتْلُو عَلَيْكَ مِن نَّبَإِ مُوسَىٰ وَفِرْعَوْنَ بِالْحَقِّ لِقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ ۝٣
Natloo `alaika min naba-i Moosaa wa Fi`awna bilhaqqi liqawminy yu`miinoon
📖 Afaan Oromoon
Oduu Muusaafi Fir’awn irraa ummata amananiif dhugaadhaan sirratti dubbifna

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Al-Qasas

1طسم
Xaa Siin Miim
2تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kun keeyyattoota kitaaba ifa ba’aati
3نَتْلُو عَلَيْكَ مِن نَّبَإِ مُوسَىٰ وَفِرْعَوْنَ بِالْحَقِّ لِقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Oduu Muusaafi Fir’awn irraa ummata amananiif dhugaadhaan sirratti dubbifna
4إِنَّ فِرْعَوْنَ عَلَا فِي الْأَرْضِ وَجَعَلَ أَهْلَهَا شِيَعًا يَسْتَضْعِفُ طَائِفَةً مِّنْهُمْ يُذَبِّحُ أَبْنَاءَهُمْ وَيَسْتَحْيِي نِسَاءَهُمْ ۚ إِنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُفْسِدِينَ
Dhugumatti, Fir’awn Dachii keessatti of tuulee jiraNamoota ishees garee garee taasiseeraGaree isaan irraa ta’e ni hacuucaIlmaan isaanii kan dhiiraa ni ajjeesa; kan dubaraa immoo ni jiraachisaDhugumatti inni mancaaftota irraa ture
5وَنُرِيدُ أَن نَّمُنَّ عَلَى الَّذِينَ اسْتُضْعِفُوا فِي الْأَرْضِ وَنَجْعَلَهُمْ أَئِمَّةً وَنَجْعَلَهُمُ الْوَارِثِينَ
Nuti isaan lafa irratti cunqurfaman (hacuucaman) irratti tola oollee, matootii isaan goonee dhaaltotas isaan taasisuu feena
Al-QasasTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Qasas 3

Suuratu Al-Qasas Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Oduu Muusaafi Fir’awn irraa ummata amananiif dhugaadhaan sirratti dubbifna

Suuratu Aayah 3/88 — Al-Qasas القصص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qasas Caqasi, Al-Qasas Hiikkaa, Al-Qasas mp3, Al-Qasas pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers