Aal-Imran · 132/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ ۝١٣٢
Wa atee`ul laaha war Rasoola la`allakum turhamoon
📖 Afaan Oromoon
Akka mararfatamtaniif jecha Rabbiifi ergamichaaf ajajamaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 130-134 — Suuratu Aal-Imran

130يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَأْكُلُوا الرِّبَا أَضْعَافًا مُّضَاعَفَةً ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa tae hin nyaatinaaAkka milkooftaniif jechas Rabbiin sodaadhaa
131وَاتَّقُوا النَّارَ الَّتِي أُعِدَّتْ لِلْكَافِرِينَ
Ibidda kaafirootaaf qopheeffamte san sodaadhaa
132وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ
Akka mararfatamtaniif jecha Rabbiifi ergamichaaf ajajamaa
133۞ وَسَارِعُوا إِلَىٰ مَغْفِرَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ وَجَنَّةٍ عَرْضُهَا السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ أُعِدَّتْ لِلْمُتَّقِينَ
Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin sodaataniif qophooftee kan bal’inni ishee akka samiifi dachii taateetti ariifadhaa
134الَّذِينَ يُنفِقُونَ فِي السَّرَّاءِ وَالضَّرَّاءِ وَالْكَاظِمِينَ الْغَيْظَ وَالْعَافِينَ عَنِ النَّاسِ ۗ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ
(Isaan) warra yeroo gammachuufi gaddaa arjooman; kan dallansuu liqimsaniifi namootaaf dhiifama godhaniidhaRabbiinis toltuu hojjattoota ni jaalata
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
132Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 132

Suuratu Aal-Imran Aayah 132 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka mararfatamtaniif jecha Rabbiifi ergamichaaf ajajamaa

Suuratu Aayah 132/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 130–134. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers