Aal-Imran · 133/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
۞ وَسَارِعُوا إِلَىٰ مَغْفِرَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ وَجَنَّةٍ عَرْضُهَا السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ أُعِدَّتْ لِلْمُتَّقِينَ ۝١٣٣
Wa saari`ooo ilaa maghfiratim mir Rabbikum wa Jannatin arduhassamaawaatu wal ardu u`iddat lilmuttaqeen
📖 Afaan Oromoon
Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin sodaataniif qophooftee kan bal’inni ishee akka samiifi dachii taateetti ariifadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 131-135 — Suuratu Aal-Imran

131وَاتَّقُوا النَّارَ الَّتِي أُعِدَّتْ لِلْكَافِرِينَ
Ibidda kaafirootaaf qopheeffamte san sodaadhaa
132وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ
Akka mararfatamtaniif jecha Rabbiifi ergamichaaf ajajamaa
133۞ وَسَارِعُوا إِلَىٰ مَغْفِرَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ وَجَنَّةٍ عَرْضُهَا السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ أُعِدَّتْ لِلْمُتَّقِينَ
Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin sodaataniif qophooftee kan bal’inni ishee akka samiifi dachii taateetti ariifadhaa
134الَّذِينَ يُنفِقُونَ فِي السَّرَّاءِ وَالضَّرَّاءِ وَالْكَاظِمِينَ الْغَيْظَ وَالْعَافِينَ عَنِ النَّاسِ ۗ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ
(Isaan) warra yeroo gammachuufi gaddaa arjooman; kan dallansuu liqimsaniifi namootaaf dhiifama godhaniidhaRabbiinis toltuu hojjattoota ni jaalata
135وَالَّذِينَ إِذَا فَعَلُوا فَاحِشَةً أَوْ ظَلَمُوا أَنفُسَهُمْ ذَكَرُوا اللَّهَ فَاسْتَغْفَرُوا لِذُنُوبِهِمْ وَمَن يَغْفِرُ الذُّنُوبَ إِلَّا اللَّهُ وَلَمْ يُصِرُّوا عَلَىٰ مَا فَعَلُوا وَهُمْ يَعْلَمُونَ
(Isaan) warra yeroo waan fokkataa hojjatan yookiin lubbuu ofii miidhan Rabbiin yaadatanii badii isaaniitiif araarama gaafataniifi haala (badii ta’uu isaa) beekaniin waan hojjatan irra hin turreedhaRabbiin malee namni badii araaramu hin jiru
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
133Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 133

Suuratu Aal-Imran Aayah 133 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin…

Suuratu Aayah 133/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 131–135. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers