Aal-Imran · 169/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
وَلَا تَحْسَبَنَّ الَّذِينَ قُتِلُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ أَمْوَاتًا ۚ بَلْ أَحْيَاءٌ عِندَ رَبِّهِمْ يُرْزَقُونَ ۝١٦٩
Wa laa tahsabannal lazeena qutiloo fee sabeelillaahi amwaata; bal ahyaaa`un `inda Rabbihim yurzaqoon
📖 Afaan Oromoon
Warra karaa Rabbii keessatti du’an du’aatti hin yaadinDhugumatti isaan Gooftaa isaanii biratti jiraatoodha; ni sooramu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 167-171 — Aal-Imran

167وَلِيَعْلَمَ الَّذِينَ نَافَقُوا ۚ وَقِيلَ لَهُمْ تَعَالَوْا قَاتِلُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ أَوِ ادْفَعُوا ۖ قَالُوا لَوْ نَعْلَمُ قِتَالًا لَّاتَّبَعْنَاكُمْ ۗ هُمْ لِلْكُفْرِ يَوْمَئِذٍ أَقْرَبُ مِنْهُمْ لِلْإِيمَانِ ۚ يَقُولُونَ بِأَفْوَاهِهِم مَّا لَيْسَ فِي قُلُوبِهِمْ ۗ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يَكْتُمُونَ
Isaan munaafiqoomanii “kottaa; karaa Rabbii keessatti lolaa; yookiin ofirraa deebisaa” isaaniin jedhamnaan “nuti odoo lola beeknee silaa isin hordofna turre” jedhanis akka ifa baasuufIsaan guyyaa san amantii caalaa kufriitti irra dhihoodhaWaan onnee isaanii keessa hin jirre afaan isaaniitiin jedhuRabbiinis irra beekaa waan isaan dhoksaniiti
168الَّذِينَ قَالُوا لِإِخْوَانِهِمْ وَقَعَدُوا لَوْ أَطَاعُونَا مَا قُتِلُوا ۗ قُلْ فَادْرَءُوا عَنْ أَنفُسِكُمُ الْمَوْتَ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
(Isaan) warra taa’anii obboleeyyan isaaniitiin “odoo nuuf ajajamanii silaa hin ajjeefamanu turan” jedhaniidha“Yoo kan dhugaa dubbattan taataniif du’a lubbuu keessan irraa deebisaa” jedhi
169وَلَا تَحْسَبَنَّ الَّذِينَ قُتِلُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ أَمْوَاتًا ۚ بَلْ أَحْيَاءٌ عِندَ رَبِّهِمْ يُرْزَقُونَ
Warra karaa Rabbii keessatti du’an du’aatti hin yaadinDhugumatti isaan Gooftaa isaanii biratti jiraatoodha; ni sooramu
170فَرِحِينَ بِمَا آتَاهُمُ اللَّهُ مِن فَضْلِهِ وَيَسْتَبْشِرُونَ بِالَّذِينَ لَمْ يَلْحَقُوا بِهِم مِّنْ خَلْفِهِمْ أَلَّا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ
Isaan waan Rabbiin tola Isaa irraa isaaniif kenneen gammadoo taanii (sooramu)Warra isaan boodaa kan isaan hin dhaqqabiniinis waan sodaan isaan irra hin jirreefi isaanis hin gaddineef jecha ni gammadu
171۞ يَسْتَبْشِرُونَ بِنِعْمَةٍ مِّنَ اللَّهِ وَفَضْلٍ وَأَنَّ اللَّهَ لَا يُضِيعُ أَجْرَ الْمُؤْمِنِينَ
Ni’imaafi tola Rabbirraa ta’eefi Rabbiin mindaa mu’uminootaa balleessuu dhabuun ni gammadu
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
169Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 169

Suuratu Aal-Imran Aayah 169 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra karaa Rabbii keessatti du’an du’aatti hin yaadinDhugumatti isaan Gooftaa…

Suuratu Aayah 169/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 167–171. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers