Yasin · 83/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
فَسُبْحَانَ الَّذِي بِيَدِهِ مَلَكُوتُ كُلِّ شَيْءٍ وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ ۝٨٣
Fa Subhaanal lazee biyadihee malakootu kulli shai-inw-wa ilaihi turja`oon
📖 Afaan Oromoon
Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru qulqullaa’e! Garuma Isaatti deebifamtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-83 — Suuratu Yasin

81أَوَلَيْسَ الَّذِي خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِقَادِرٍ عَلَىٰ أَن يَخْلُقَ مِثْلَهُم ۚ بَلَىٰ وَهُوَ الْخَلَّاقُ الْعَلِيمُ
Sila Inni samiifi dachii uume fakkaataa isaanii uumuu irratti danda’aa mitii? Eeyyeen (danda’aa dha!)Inni akkaan uumaa, beekaadha
82إِنَّمَا أَمْرُهُ إِذَا أَرَادَ شَيْئًا أَن يَقُولَ لَهُ كُن فَيَكُونُ
Ajajni Isaa, yoo waan tokko fedhe “tahi” jechuma qofa; yoosuu taha
83فَسُبْحَانَ الَّذِي بِيَدِهِ مَلَكُوتُ كُلِّ شَيْءٍ وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru qulqullaa’e! Garuma Isaatti deebifamtu
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — Yasin 83

Suuratu Yasin Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni mootummaan waan hundaa harka Isaa jiru qulqullaa’e! Garuma Isaatti…

Suuratu Aayah 83/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 81–83. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers