Az-Zukhruf · 4/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
وَإِنَّهُ فِي أُمِّ الْكِتَابِ لَدَيْنَا لَعَلِيٌّ حَكِيمٌ ۝٤
Wa innahoo feee Ummil Kitaabi Ladainaa la`aliyyun hakeem
📖 Afaan Oromoon
Inni haadha kitaabaa ol aanaa ogummaan guutamee Nu bira jiru keessatti argama

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Az-Zukhruf

2وَالْكِتَابِ الْمُبِينِ
Kitaaba addeessaa ta’eenin kakadha
3إِنَّا جَعَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Akka isin hubattaniif Nuti Qur’aana Arabiffaa isa taasifne
4وَإِنَّهُ فِي أُمِّ الْكِتَابِ لَدَيْنَا لَعَلِيٌّ حَكِيمٌ
Inni haadha kitaabaa ol aanaa ogummaan guutamee Nu bira jiru keessatti argama
5أَفَنَضْرِبُ عَنكُمُ الذِّكْرَ صَفْحًا أَن كُنتُمْ قَوْمًا مُّسْرِفِينَ
Ummata daangaa dabritoota waan taataniif gorsa isin irraa dabsinaa
6وَكَمْ أَرْسَلْنَا مِن نَّبِيٍّ فِي الْأَوَّلِينَ
Warra duraa keessattis nabiyyoota meeqaatama erginee jirra
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 4

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni haadha kitaabaa ol aanaa ogummaan guutamee Nu bira jiru…

Suuratu Aayah 4/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers