Qaf · 13/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
وَعَادٌ وَفِرْعَوْنُ وَإِخْوَانُ لُوطٍ ۝١٣
Wa `Aadunw wa Fir`awnu wikhwaanu loot
📖 Afaan Oromoon
Aad, Fir’awniifi obboleeyyan Luuxis

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Qaf

11رِّزْقًا لِّلْعِبَادِ ۖ وَأَحْيَيْنَا بِهِ بَلْدَةً مَّيْتًا ۚ كَذَٰلِكَ الْخُرُوجُ
Gabroota nyaachisuuf jecha (buufne)Isaan (bishaan saniin) dachii duutuu jiraachifneBaafamuunis akkasuma
12كَذَّبَتْ قَبْلَهُمْ قَوْمُ نُوحٍ وَأَصْحَابُ الرَّسِّ وَثَمُودُ
Isaaniin dura ummanni Nuuh, warri eelaa (biirii)fi Samuudis ni sobsiifte
13وَعَادٌ وَفِرْعَوْنُ وَإِخْوَانُ لُوطٍ
Aad, Fir’awniifi obboleeyyan Luuxis
14وَأَصْحَابُ الْأَيْكَةِ وَقَوْمُ تُبَّعٍ ۚ كُلٌّ كَذَّبَ الرُّسُلَ فَحَقَّ وَعِيدِ
Warri bosonaafi ummanni Tubba’isHunduu ergamtoota sobsiisanii, adabbiin kiyya isaanitti mirkanaa’e
15أَفَعَيِينَا بِالْخَلْقِ الْأَوَّلِ ۚ بَلْ هُمْ فِي لَبْسٍ مِّنْ خَلْقٍ جَدِيدٍ
Sila Nuti uumaa duraatiin ni dadhabnee? Lakkii! Isaan uumaa haarawa irraa shakkii wal makate keessa jiru
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Qaf 13

Suuratu Qaf Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Aad, Fir’awniifi obboleeyyan Luuxis

Suuratu Aayah 13/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers