Qaf · 18/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
مَّا يَلْفِظُ مِن قَوْلٍ إِلَّا لَدَيْهِ رَقِيبٌ عَتِيدٌ ۝١٨
Maa yalfizu min qawlin illaa ladaihi raqeebun `ateed
📖 Afaan Oromoon
Tiksaan itti dhihaataan isa bira jiraatu malee jecha tokkoyyuu hin dubbatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Qaf

16وَلَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ وَنَعْلَمُ مَا تُوَسْوِسُ بِهِ نَفْسُهُ ۖ وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنْ حَبْلِ الْوَرِيدِ
Nuti dhugumatti, nama uumneerraWaan lubbuun isaa itti hasaastus ni beeknaNuti (beekumsa keenyan) hidda dhiigaa (hamaa) irra gara isaatti dhihoodha
17إِذْ يَتَلَقَّى الْمُتَلَقِّيَانِ عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ قَعِيدٌ
Yeroo (maleeykonni) jecha fuudhan lamaan mirgaafi bitaa isaa irra taa’anii jecha fuudhan (nuti gara isaatti dhihoo dha)
18مَّا يَلْفِظُ مِن قَوْلٍ إِلَّا لَدَيْهِ رَقِيبٌ عَتِيدٌ
Tiksaan itti dhihaataan isa bira jiraatu malee jecha tokkoyyuu hin dubbatu
19وَجَاءَتْ سَكْرَةُ الْمَوْتِ بِالْحَقِّ ۖ ذَٰلِكَ مَا كُنتَ مِنْهُ تَحِيدُ
Machiin du’aa dhugaan dhuftee jirti“Kun waan ati irraa dheessaa turteedha” (jedhamaan)
20وَنُفِخَ فِي الصُّورِ ۚ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْوَعِيدِ
Xurumbaa ni afuufama; sun guyyaa waadaati
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Qaf 18

Suuratu Qaf Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tiksaan itti dhihaataan isa bira jiraatu malee jecha tokkoyyuu hin…

Suuratu Aayah 18/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers