Adh-Dhariyat · 37/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَتَرَكْنَا فِيهَا آيَةً لِّلَّذِينَ يَخَافُونَ الْعَذَابَ الْأَلِيمَ ۝٣٧
Wa taraknaa feehaaa aayatal lillazeena yakhaafoonal `azaabal aleem
📖 Afaan Oromoon
Warra adabbii laalessaa sodaataniif ishee keessatti mallattoo hambifnee jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Adh-Dhariyat

35فَأَخْرَجْنَا مَن كَانَ فِيهَا مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne
36فَمَا وَجَدْنَا فِيهَا غَيْرَ بَيْتٍ مِّنَ الْمُسْلِمِينَ
Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin argine
37وَتَرَكْنَا فِيهَا آيَةً لِّلَّذِينَ يَخَافُونَ الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Warra adabbii laalessaa sodaataniif ishee keessatti mallattoo hambifnee jirra
38وَفِي مُوسَىٰ إِذْ أَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
(Seenaa) Muusaa keessas yeroo ragaa ifa ba’aan gara Fir’awnitti isa ergine (mallattoo goonee jirra)
39فَتَوَلَّىٰ بِرُكْنِهِ وَقَالَ سَاحِرٌ أَوْ مَجْنُونٌ
Innis (Fir’awnis) humna waraanaa isaa waliin (dhugaa irraa) gara galee “(Muusaan) falfalaadha; yookiin maraataadha” jedhe
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 37

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra adabbii laalessaa sodaataniif ishee keessatti mallattoo hambifnee jirra

Suuratu Aayah 37/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers