Adh-Dhariyat · 36/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
فَمَا وَجَدْنَا فِيهَا غَيْرَ بَيْتٍ مِّنَ الْمُسْلِمِينَ ۝٣٦
Famaa wajadnaa feehaa ghaira baitim minal muslimeen
📖 Afaan Oromoon
Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin argine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Adh-Dhariyat

34مُّسَوَّمَةً عِندَ رَبِّكَ لِلْمُسْرِفِينَ
Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen
35فَأَخْرَجْنَا مَن كَانَ فِيهَا مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne
36فَمَا وَجَدْنَا فِيهَا غَيْرَ بَيْتٍ مِّنَ الْمُسْلِمِينَ
Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin argine
37وَتَرَكْنَا فِيهَا آيَةً لِّلَّذِينَ يَخَافُونَ الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Warra adabbii laalessaa sodaataniif ishee keessatti mallattoo hambifnee jirra
38وَفِي مُوسَىٰ إِذْ أَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
(Seenaa) Muusaa keessas yeroo ragaa ifa ba’aan gara Fir’awnitti isa ergine (mallattoo goonee jirra)
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 36

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mana Muslimtootaa irraa kan ta’e malee ishee keessatti homaa hin…

Suuratu Aayah 36/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers