Al-Qamar · 15/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَلَقَد تَّرَكْنَاهَا آيَةً فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ ۝١٥
Wa laqat taraknaahaad aayatan fahal mim muddakir
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti mallattoo akka taatuuf ishee dhiifneNamni ittiin gorfamu jiraa laata

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Qamar

13وَحَمَلْنَاهُ عَلَىٰ ذَاتِ أَلْوَاحٍ وَدُسُرٍ
Doonii abbaa xawulaafi mismaaraa irratti isa baadhanne (feene)
14تَجْرِي بِأَعْيُنِنَا جَزَاءً لِّمَن كَانَ كُفِرَ
Galata isa itti kafaramee taatee tika keenyaan deemti
15وَلَقَد تَّرَكْنَاهَا آيَةً فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti mallattoo akka taatuuf ishee dhiifneNamni ittiin gorfamu jiraa laata
16فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi sodaachisni kiyyas akkam ture laata
17وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aanas hubachuudhaaf laaffifneerraNamni ittiin gorfamu jiraa
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 15

Suuratu Al-Qamar Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti mallattoo akka taatuuf ishee dhiifneNamni ittiin gorfamu jiraa…

Suuratu Aayah 15/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers