Al-Qamar · 16/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ ۝١٦
Fakaifa kaana `azaabee wa nuzur
📖 Afaan Oromoon
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi sodaachisni kiyyas akkam ture laata

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Qamar

14تَجْرِي بِأَعْيُنِنَا جَزَاءً لِّمَن كَانَ كُفِرَ
Galata isa itti kafaramee taatee tika keenyaan deemti
15وَلَقَد تَّرَكْنَاهَا آيَةً فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti mallattoo akka taatuuf ishee dhiifneNamni ittiin gorfamu jiraa laata
16فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi sodaachisni kiyyas akkam ture laata
17وَلَقَدْ يَسَّرْنَا الْقُرْآنَ لِلذِّكْرِ فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Qur’aanas hubachuudhaaf laaffifneerraNamni ittiin gorfamu jiraa
18كَذَّبَتْ عَادٌ فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Ummanni) Aad (Huudiin) sobsiifteadabbiin kiyyaafi akeekkachiifni kiyyaas akkam ta’e ree
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 16

Suuratu Al-Qamar Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yeroo san) adabbiin kiyyaafi sodaachisni kiyyas akkam ture laata

Suuratu Aayah 16/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers