Al-Qamar · 14/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
تَجْرِي بِأَعْيُنِنَا جَزَاءً لِّمَن كَانَ كُفِرَ ۝١٤
Tajree bi a`yuninaa jazaaa `al liman kaana kufir
📖 Afaan Oromoon
Galata isa itti kafaramee taatee tika keenyaan deemti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Qamar

12وَفَجَّرْنَا الْأَرْضَ عُيُونًا فَالْتَقَى الْمَاءُ عَلَىٰ أَمْرٍ قَدْ قُدِرَ
Burqituuwwan dachii burqisiifnee bishaan (samiifi dachii) murtii dhugumaan murtaa’e irratti walitti dhufan
13وَحَمَلْنَاهُ عَلَىٰ ذَاتِ أَلْوَاحٍ وَدُسُرٍ
Doonii abbaa xawulaafi mismaaraa irratti isa baadhanne (feene)
14تَجْرِي بِأَعْيُنِنَا جَزَاءً لِّمَن كَانَ كُفِرَ
Galata isa itti kafaramee taatee tika keenyaan deemti
15وَلَقَد تَّرَكْنَاهَا آيَةً فَهَلْ مِن مُّدَّكِرٍ
Dhugumatti, Nuti mallattoo akka taatuuf ishee dhiifneNamni ittiin gorfamu jiraa laata
16فَكَيْفَ كَانَ عَذَابِي وَنُذُرِ
(Yeroo san) adabbiin kiyyaafi sodaachisni kiyyas akkam ture laata
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 14

Suuratu Al-Qamar Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Galata isa itti kafaramee taatee tika keenyaan deemti

Suuratu Aayah 14/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers