Ar-Rahman · 30/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ۝٣٠
Fabi ayyi aalaaa`i Rabbikumaa tukazzibaan
📖 Afaan Oromoon
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Ar-Rahman

28فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
29يَسْأَلُهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ كُلَّ يَوْمٍ هُوَ فِي شَأْنٍ
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira
30فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
31سَنَفْرُغُ لَكُمْ أَيُّهَ الثَّقَلَانِ
Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna
32فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 30

Suuratu Ar-Rahman Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

Suuratu Aayah 30/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers