Ar-Rahman · 29/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
يَسْأَلُهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ كُلَّ يَوْمٍ هُوَ فِي شَأْنٍ ۝٢٩
Yas`aluhoo man fissamaawaati walard; kulla ywmin huwa fee shaan
📖 Afaan Oromoon
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 27-31 — Suuratu Ar-Rahman

27وَيَبْقَىٰ وَجْهُ رَبِّكَ ذُو الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ
Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa
28فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
29يَسْأَلُهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ كُلَّ يَوْمٍ هُوَ فِي شَأْنٍ
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira
30فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
31سَنَفْرُغُ لَكُمْ أَيُّهَ الثَّقَلَانِ
Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 29

Suuratu Ar-Rahman Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni…

Suuratu Aayah 29/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers