Al-An'am · 124/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَإِذَا جَاءَتْهُمْ آيَةٌ قَالُوا لَن نُّؤْمِنَ حَتَّىٰ نُؤْتَىٰ مِثْلَ مَا أُوتِيَ رُسُلُ اللَّهِ ۘ اللَّهُ أَعْلَمُ حَيْثُ يَجْعَلُ رِسَالَتَهُ ۗ سَيُصِيبُ الَّذِينَ أَجْرَمُوا صَغَارٌ عِندَ اللَّهِ وَعَذَابٌ شَدِيدٌ بِمَا كَانُوا يَمْكُرُونَ ۝١٢٤
Wa izaa jaaa`athum Aayatun qaaloo lan nu`mina hatta nu`taa misla maaa ootiya Rusulul laah; Allahu a`almu haisu yaj`alu Risaalatah; sa yuseebul lazeena ajramoo saghaarun `indal laahi wa `azaabun shadeedum bimaa kaanoo yamkuroon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo mallattoon wahii isaanitti dhuftes "hanga fakkaataan waan ergamoonni Rabbii kennamanii nuuf kennamutti hin amannu" jedhuRabbiin ergaa Isaa eessa akka kaayu akkaan beekaWarra badii hojjatan waan isaan dhara karoorsaa turaniif Rabbiin biratti xiqqeenyaafi adabbii cimaa ta’etu (isaan) tuqa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 122-126 — Al-An'am

122أَوَمَن كَانَ مَيْتًا فَأَحْيَيْنَاهُ وَجَعَلْنَا لَهُ نُورًا يَمْشِي بِهِ فِي النَّاسِ كَمَن مَّثَلُهُ فِي الظُّلُمَاتِ لَيْسَ بِخَارِجٍ مِّنْهَا ۚ كَذَٰلِكَ زُيِّنَ لِلْكَافِرِينَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Sila namni du’aa turee ergasii isa jiraachifnee ifa isaaf goone, akka fakkii nama dukkana keessa jiru, kan ishee irraa hin baanee taaa? Akka kanatti kaafirootaaf wanti isaan dalagaa turan miidhagfame
123وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا فِي كُلِّ قَرْيَةٍ أَكَابِرَ مُجْرِمِيهَا لِيَمْكُرُوا فِيهَا ۖ وَمَا يَمْكُرُونَ إِلَّا بِأَنفُسِهِمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Akkasumas magaalota hunda keessatti gugurdoo jallattoota ishee akka ishee keessatti dhara karoorsaniif gooneHin beekanu malee, lubbuu isaanii irratti malee dhara hin karoorsanu
124وَإِذَا جَاءَتْهُمْ آيَةٌ قَالُوا لَن نُّؤْمِنَ حَتَّىٰ نُؤْتَىٰ مِثْلَ مَا أُوتِيَ رُسُلُ اللَّهِ ۘ اللَّهُ أَعْلَمُ حَيْثُ يَجْعَلُ رِسَالَتَهُ ۗ سَيُصِيبُ الَّذِينَ أَجْرَمُوا صَغَارٌ عِندَ اللَّهِ وَعَذَابٌ شَدِيدٌ بِمَا كَانُوا يَمْكُرُونَ
Yeroo mallattoon wahii isaanitti dhuftes "hanga fakkaataan waan ergamoonni Rabbii kennamanii nuuf kennamutti hin amannu" jedhuRabbiin ergaa Isaa eessa akka kaayu akkaan beekaWarra badii hojjatan waan isaan dhara karoorsaa turaniif Rabbiin biratti xiqqeenyaafi adabbii cimaa ta’etu (isaan) tuqa
125فَمَن يُرِدِ اللَّهُ أَن يَهْدِيَهُ يَشْرَحْ صَدْرَهُ لِلْإِسْلَامِ ۖ وَمَن يُرِدْ أَن يُضِلَّهُ يَجْعَلْ صَدْرَهُ ضَيِّقًا حَرَجًا كَأَنَّمَا يَصَّعَّدُ فِي السَّمَاءِ ۚ كَذَٰلِكَ يَجْعَلُ اللَّهُ الرِّجْسَ عَلَى الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ
Namni Rabbiin isa qajeelchuu fedhe, qoma Isaa Islaamaaf bal’isaNama isa jallisuu fedhe immoo qoma isaa akkaan dhiphaa, akka nama samii keessa ol ba’uu taasisaAkka kanatti Rabbiin adabbii warra hin amanne irratti godha
126وَهَٰذَا صِرَاطُ رَبِّكَ مُسْتَقِيمًا ۗ قَدْ فَصَّلْنَا الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَذَّكَّرُونَ
Kun qajeelaa haala ta’een karaa Gooftaa keetiitiUmmata gorfamaniif mallattoo dhugaadhaan adda baafneerra
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
124Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 124

Suuratu Al-An'am Aayah 124 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo mallattoon wahii isaanitti dhuftes "hanga fakkaataan waan ergamoonni Rabbii…

Suuratu Aayah 124/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 122–126. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers