Al-An'am · 125/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
فَمَن يُرِدِ اللَّهُ أَن يَهْدِيَهُ يَشْرَحْ صَدْرَهُ لِلْإِسْلَامِ ۖ وَمَن يُرِدْ أَن يُضِلَّهُ يَجْعَلْ صَدْرَهُ ضَيِّقًا حَرَجًا كَأَنَّمَا يَصَّعَّدُ فِي السَّمَاءِ ۚ كَذَٰلِكَ يَجْعَلُ اللَّهُ الرِّجْسَ عَلَى الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ ۝١٢٥
Famai yuridil laahu ai yahdiyahoo yashrah sadrahoo lil islaami wa mai yurid ai yudillaho yaj`al sadrahoo daiyiqan harajan ka annamaa yassa` `adu fis samaaa`; kazaalika yaj`alul laahur rijsa `alal lazeena la yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Namni Rabbiin isa qajeelchuu fedhe, qoma Isaa Islaamaaf bal’isaNama isa jallisuu fedhe immoo qoma isaa akkaan dhiphaa, akka nama samii keessa ol ba’uu taasisaAkka kanatti Rabbiin adabbii warra hin amanne irratti godha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 123-127 — Al-An'am

123وَكَذَٰلِكَ جَعَلْنَا فِي كُلِّ قَرْيَةٍ أَكَابِرَ مُجْرِمِيهَا لِيَمْكُرُوا فِيهَا ۖ وَمَا يَمْكُرُونَ إِلَّا بِأَنفُسِهِمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Akkasumas magaalota hunda keessatti gugurdoo jallattoota ishee akka ishee keessatti dhara karoorsaniif gooneHin beekanu malee, lubbuu isaanii irratti malee dhara hin karoorsanu
124وَإِذَا جَاءَتْهُمْ آيَةٌ قَالُوا لَن نُّؤْمِنَ حَتَّىٰ نُؤْتَىٰ مِثْلَ مَا أُوتِيَ رُسُلُ اللَّهِ ۘ اللَّهُ أَعْلَمُ حَيْثُ يَجْعَلُ رِسَالَتَهُ ۗ سَيُصِيبُ الَّذِينَ أَجْرَمُوا صَغَارٌ عِندَ اللَّهِ وَعَذَابٌ شَدِيدٌ بِمَا كَانُوا يَمْكُرُونَ
Yeroo mallattoon wahii isaanitti dhuftes "hanga fakkaataan waan ergamoonni Rabbii kennamanii nuuf kennamutti hin amannu" jedhuRabbiin ergaa Isaa eessa akka kaayu akkaan beekaWarra badii hojjatan waan isaan dhara karoorsaa turaniif Rabbiin biratti xiqqeenyaafi adabbii cimaa ta’etu (isaan) tuqa
125فَمَن يُرِدِ اللَّهُ أَن يَهْدِيَهُ يَشْرَحْ صَدْرَهُ لِلْإِسْلَامِ ۖ وَمَن يُرِدْ أَن يُضِلَّهُ يَجْعَلْ صَدْرَهُ ضَيِّقًا حَرَجًا كَأَنَّمَا يَصَّعَّدُ فِي السَّمَاءِ ۚ كَذَٰلِكَ يَجْعَلُ اللَّهُ الرِّجْسَ عَلَى الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ
Namni Rabbiin isa qajeelchuu fedhe, qoma Isaa Islaamaaf bal’isaNama isa jallisuu fedhe immoo qoma isaa akkaan dhiphaa, akka nama samii keessa ol ba’uu taasisaAkka kanatti Rabbiin adabbii warra hin amanne irratti godha
126وَهَٰذَا صِرَاطُ رَبِّكَ مُسْتَقِيمًا ۗ قَدْ فَصَّلْنَا الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَذَّكَّرُونَ
Kun qajeelaa haala ta’een karaa Gooftaa keetiitiUmmata gorfamaniif mallattoo dhugaadhaan adda baafneerra
127۞ لَهُمْ دَارُ السَّلَامِ عِندَ رَبِّهِمْ ۖ وَهُوَ وَلِيُّهُم بِمَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Isaaniif Gooftaa isaanii bira ganda nagayaatu jiraInnis waan isaan dalagaa turaniif jecha gargaaraa isaaniiti
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
125Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 125

Suuratu Al-An'am Aayah 125 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni Rabbiin isa qajeelchuu fedhe, qoma Isaa Islaamaaf bal’isaNama isa…

Suuratu Aayah 125/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 123–127. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers