Al-Munafiqun · 11/11
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Munafiqun
وَلَن يُؤَخِّرَ اللَّهُ نَفْسًا إِذَا جَاءَ أَجَلُهَا ۚ وَاللَّهُ خَبِيرٌ بِمَا تَعْمَلُونَ ١١
Transliteration
Wa lany yu `akhkhiral laahu nafsan izaa jaaa`a ajaluhaa; wallaahu khabeerum bimaa ta`maloon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin immoo lubbuu tokko yeroo beellamni ishee dhufe hin tursiisuRabbiin keessa Beekaa waan isin dalagdaniiti
🎧 Caqasi
📜 Aayah 9-11 — Al-Munafiqun
9يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تُلْهِكُمْ أَمْوَالُكُمْ وَلَا أَوْلَادُكُمْ عَن ذِكْرِ اللَّهِ ۚ وَمَن يَفْعَلْ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ
Yaa warra amantan! Qabeenyi keessaniifi ilmaan keessan zikrii Rabbii irraa isin hin daginNamoonni kana dalagan isaanumatu hoongaoota
10وَأَنفِقُوا مِن مَّا رَزَقْنَاكُم مِّن قَبْلِ أَن يَأْتِيَ أَحَدَكُمُ الْمَوْتُ فَيَقُولَ رَبِّ لَوْلَا أَخَّرْتَنِي إِلَىٰ أَجَلٍ قَرِيبٍ فَأَصَّدَّقَ وَأَكُن مِّنَ الصَّالِحِينَ
Odoo tokkoon keessanitti duuti dhufnaan "Gooftaa kiyya! Odoo hanga beellama gabaabaatti na tursiiftee, silaa dhugumatti, sadaqadheen warra gaggaarii irraayis taa" hin jedhin dura waan nuti isiniif kennine irraa kennadhaa
11وَلَن يُؤَخِّرَ اللَّهُ نَفْسًا إِذَا جَاءَ أَجَلُهَا ۚ وَاللَّهُ خَبِيرٌ بِمَا تَعْمَلُونَ
Rabbiin immoo lubbuu tokko yeroo beellamni ishee dhufe hin tursiisuRabbiin keessa Beekaa waan isin dalagdaniiti
Al-MunafiqunTarreeffama Qur'ana
11Aayah
MedinanRevelation
11Aayah
Hiikkaa — Al-Munafiqun 11
Suuratu Al-Munafiqun Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin immoo lubbuu tokko yeroo beellamni ishee dhufe hin tursiisuRabbiin…Suuratu Aayah 11/11 — Al-Munafiqun المنافقون (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Munafiqun Caqasi, Al-Munafiqun Hiikkaa, Al-Munafiqun mp3, Al-Munafiqun pdf. Aayah 9–11. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








