Al-Qalam · 34/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمْ جَنَّاتِ النَّعِيمِ ۝٣٤
Inna lilmuttaqeena `inda rabbihim jannaatin na`eem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Al-Qalam

32عَسَىٰ رَبُّنَا أَن يُبْدِلَنَا خَيْرًا مِّنْهَا إِنَّا إِلَىٰ رَبِّنَا رَاغِبُونَ
Gooftaan keenya kan ishee caaltu bakka nuuf buusuu kajeellaNuti dhugumatti, gara Gooftaa keenyaa kajeeloodha” (jedhan)
33كَذَٰلِكَ الْعَذَابُ ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan)
34إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمْ جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira
35أَفَنَجْعَلُ الْمُسْلِمِينَ كَالْمُجْرِمِينَ
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa
36مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 34

Suuratu Al-Qalam Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira

Suuratu Aayah 34/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers