Al-Qalam · 35/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
أَفَنَجْعَلُ الْمُسْلِمِينَ كَالْمُجْرِمِينَ ۝٣٥
Afanaj`alul muslimeena kalmujrimeen
📖 Afaan Oromoon
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Al-Qalam

33كَذَٰلِكَ الْعَذَابُ ۖ وَلَعَذَابُ الْآخِرَةِ أَكْبَرُ ۚ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Adabni (addunyaa) akkanuma; adabbii Aakhiraatu irra guddaadhaOdoo beekanii (irraa of tiksu turan)
34إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ عِندَ رَبِّهِمْ جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif Gooftaa isaanii bira Jannata qananiitu jira
35أَفَنَجْعَلُ الْمُسْلِمِينَ كَالْمُجْرِمِينَ
Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa
36مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maalumatu isiniif jira? Akkamitti murteessitu
37أَمْ لَكُمْ كِتَابٌ فِيهِ تَدْرُسُونَ
Dhugumatti, kitaaba (samii bue) kan isa keessaa dubbiftantu isiniif jiraa
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 35

Suuratu Al-Qalam Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Nuti muslimoota akka yakkamtootaa ni goonaa

Suuratu Aayah 35/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers