At-Tawbah · 10/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
لَا يَرْقُبُونَ فِي مُؤْمِنٍ إِلًّا وَلَا ذِمَّةً ۚ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُعْتَدُونَ ۝١٠
Laa yarquboona fee mu`minin illanw wa laa zimmah wa ulaaa `ika humulmu `tadoon
📖 Afaan Oromoon
Mu’umina keessatti, firummaas ta’ee waadaa hin eeggatanuWarri sun isaanumatu daangaa dabritoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu At-Tawbah

8كَيْفَ وَإِن يَظْهَرُوا عَلَيْكُمْ لَا يَرْقُبُوا فِيكُمْ إِلًّا وَلَا ذِمَّةً ۚ يُرْضُونَكُم بِأَفْوَاهِهِمْ وَتَأْبَىٰ قُلُوبُهُمْ وَأَكْثَرُهُمْ فَاسِقُونَ
Odoo isin irratti injifannoo argatanii, firummaafi waadaas isin keessatti kan hin eegganne ta’anii, akkamitti (waadaan isaaniif ta’a)? Afaan isaaniitiin isin jaallachiisu; Onneen isaanii immoo ni diddiIrra hedduun isaaniis finciltoota
9اشْتَرَوْا بِآيَاتِ اللَّهِ ثَمَنًا قَلِيلًا فَصَدُّوا عَن سَبِيلِهِ ۚ إِنَّهُمْ سَاءَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Keeyyattoota Rabbiitiin bu’aa xiqqaa bitatanii karaa Isaa irraas (namoota) dhorganDhugumatti isaan wanti isaan dalagaa turan waa fokkate
10لَا يَرْقُبُونَ فِي مُؤْمِنٍ إِلًّا وَلَا ذِمَّةً ۚ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُعْتَدُونَ
Mu’umina keessatti, firummaas ta’ee waadaa hin eeggatanuWarri sun isaanumatu daangaa dabritoota
11فَإِن تَابُوا وَأَقَامُوا الصَّلَاةَ وَآتَوُا الزَّكَاةَ فَإِخْوَانُكُمْ فِي الدِّينِ ۗ وَنُفَصِّلُ الْآيَاتِ لِقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Yoo tawbatanii, salaatas gadi dhaabanii, zakaa kennan (isaan) amantii keessatti obboleeyyan keessaniUmmata xiinxalaniif keeyyattoota keenya ni addeessina
12وَإِن نَّكَثُوا أَيْمَانَهُم مِّن بَعْدِ عَهْدِهِمْ وَطَعَنُوا فِي دِينِكُمْ فَقَاتِلُوا أَئِمَّةَ الْكُفْرِ ۙ إِنَّهُمْ لَا أَيْمَانَ لَهُمْ لَعَلَّهُمْ يَنتَهُونَ
Yoo erga waadaa seenanii booda waadaa isaanii diiganii amantii keessan xureessan, isaan waadaan isaaniif hin jiruu, akka dhorgamaniif hoggantoota kufriitin lolaa
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 10

Suuratu At-Tawbah Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mu’umina keessatti, firummaas ta’ee waadaa hin eeggatanuWarri sun isaanumatu daangaa…

Suuratu Aayah 10/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers