At-Tawbah · 123/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا قَاتِلُوا الَّذِينَ يَلُونَكُم مِّنَ الْكُفَّارِ وَلْيَجِدُوا فِيكُمْ غِلْظَةً ۚ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ مَعَ الْمُتَّقِينَ ۝١٢٣
Yaaa aiyuhal lazeena aamanoo qaatilul lazeena yaloonakum minal kuffaari walyajidoo feekum ghilzah; wa`lamooo annal laaha ma`al muttaqeen
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Kuffaara irraa warra isinitti aananiin lolaaIsin keessattis jabeenya haa arganuRabbiinis warra Isa sodaatan wajjin jiraachuu beekaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 121-125 — At-Tawbah

121وَلَا يُنفِقُونَ نَفَقَةً صَغِيرَةً وَلَا كَبِيرَةً وَلَا يَقْطَعُونَ وَادِيًا إِلَّا كُتِبَ لَهُمْ لِيَجْزِيَهُمُ اللَّهُ أَحْسَنَ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Rabbiin irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessuuf jecha, yoo isaaniif barreeffame malee kennaa xiqqoos ta’ee guddaa hin kennan; laga tokkos hin qaxxaamuran
122۞ وَمَا كَانَ الْمُؤْمِنُونَ لِيَنفِرُوا كَافَّةً ۚ فَلَوْلَا نَفَرَ مِن كُلِّ فِرْقَةٍ مِّنْهُمْ طَائِفَةٌ لِّيَتَفَقَّهُوا فِي الدِّينِ وَلِيُنذِرُوا قَوْمَهُمْ إِذَا رَجَعُوا إِلَيْهِمْ لَعَلَّهُمْ يَحْذَرُونَ
Mu’uminoonni (nabiyyii wajjin yoo ta’e malee) dimshaashatti duuluun isaaniin hin maluSila maaliif garee hunda irraa muraasni tokko hin lolle? (Warri biroo immoo) akka amantii keessatti hubannoo godhatanii yeroo gara maatii isaaniitti deebi’an, akka isaan dinniinaniif (gorsaniif) jecha (maaliif hin hafne)
123يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا قَاتِلُوا الَّذِينَ يَلُونَكُم مِّنَ الْكُفَّارِ وَلْيَجِدُوا فِيكُمْ غِلْظَةً ۚ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ مَعَ الْمُتَّقِينَ
Yaa warra amantan! Kuffaara irraa warra isinitti aananiin lolaaIsin keessattis jabeenya haa arganuRabbiinis warra Isa sodaatan wajjin jiraachuu beekaa
124وَإِذَا مَا أُنزِلَتْ سُورَةٌ فَمِنْهُم مَّن يَقُولُ أَيُّكُمْ زَادَتْهُ هَٰذِهِ إِيمَانًا ۚ فَأَمَّا الَّذِينَ آمَنُوا فَزَادَتْهُمْ إِيمَانًا وَهُمْ يَسْتَبْشِرُونَ
Yeroo suuraan tokka buutes isaan irraa nama “eenyuu keessaniif isheen kun iimaana dabalte?” jedhutu jiraEgaa isaan amananiif kan gammadanu ta’anii iimaana isaaniif dabalte
125وَأَمَّا الَّذِينَ فِي قُلُوبِهِم مَّرَضٌ فَزَادَتْهُمْ رِجْسًا إِلَىٰ رِجْسِهِمْ وَمَاتُوا وَهُمْ كَافِرُونَ
Isaan onnee isaanii keessa dhukkubni jiru immoo najisa isaanii irratti najisa isaaniif dabalteIsaanis kaafiroota ta’anii du’an
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
123Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 123

Suuratu At-Tawbah Aayah 123 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Kuffaara irraa warra isinitti aananiin lolaaIsin keessattis…

Suuratu Aayah 123/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 121–125. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers