At-Tawbah · 83/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
فَإِن رَّجَعَكَ اللَّهُ إِلَىٰ طَائِفَةٍ مِّنْهُمْ فَاسْتَأْذَنُوكَ لِلْخُرُوجِ فَقُل لَّن تَخْرُجُوا مَعِيَ أَبَدًا وَلَن تُقَاتِلُوا مَعِيَ عَدُوًّا ۖ إِنَّكُمْ رَضِيتُم بِالْقُعُودِ أَوَّلَ مَرَّةٍ فَاقْعُدُوا مَعَ الْخَالِفِينَ ۝٨٣
Fa ir raja`akal laahu ilaa taaa`ifatim minhum fastaaa zanooka lilkhurooji faqul lan takhrujoo ma`iya abadanw a lan tuqaatiloo ma`iya `aduwwan innakum radeetum bilqu`oodi awwala marratin faq`udoo ma`al khaalifeen
📖 Afaan Oromoon
Yoo Rabbiin gara garee isaan irraa ta’eetti si deebisee, (duulaaf) bahuuf hayyama si gaafatan, “Ana wajjiin gonkumaa hin baatanu; Ana wajjinis diinaan hin loltanuIsin dhugumatti yeroo jalqabaa taa’umsa jaalattanii jirtuKanaafuu warra (mana) taa’an wajjin taa’aa” jedhiin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-85 — Suuratu At-Tawbah

81فَرِحَ الْمُخَلَّفُونَ بِمَقْعَدِهِمْ خِلَافَ رَسُولِ اللَّهِ وَكَرِهُوا أَن يُجَاهِدُوا بِأَمْوَالِهِمْ وَأَنفُسِهِمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ وَقَالُوا لَا تَنفِرُوا فِي الْحَرِّ ۗ قُلْ نَارُ جَهَنَّمَ أَشَدُّ حَرًّا ۚ لَّوْ كَانُوا يَفْقَهُونَ
Isaan (duula irraa) hafan, booda ergamaa Rabbiitii taa’uu isaaniitti gammadan; qabeenyaafi lubbuu isaaniitiin karaa Rabbii keessatti qabsaa’us ni jibbani; “ho’a keessa duulaaf hin bahinaa” jedhan“Odoo beekanii ibidda jahannamtu ho’atti irra cimaadha” jedhiin
82فَلْيَضْحَكُوا قَلِيلًا وَلْيَبْكُوا كَثِيرًا جَزَاءً بِمَا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Galata waan hojjataniitiif xiqqoo kolfanii baay’ee haa boo’an
83فَإِن رَّجَعَكَ اللَّهُ إِلَىٰ طَائِفَةٍ مِّنْهُمْ فَاسْتَأْذَنُوكَ لِلْخُرُوجِ فَقُل لَّن تَخْرُجُوا مَعِيَ أَبَدًا وَلَن تُقَاتِلُوا مَعِيَ عَدُوًّا ۖ إِنَّكُمْ رَضِيتُم بِالْقُعُودِ أَوَّلَ مَرَّةٍ فَاقْعُدُوا مَعَ الْخَالِفِينَ
Yoo Rabbiin gara garee isaan irraa ta’eetti si deebisee, (duulaaf) bahuuf hayyama si gaafatan, “Ana wajjiin gonkumaa hin baatanu; Ana wajjinis diinaan hin loltanuIsin dhugumatti yeroo jalqabaa taa’umsa jaalattanii jirtuKanaafuu warra (mana) taa’an wajjin taa’aa” jedhiin
84وَلَا تُصَلِّ عَلَىٰ أَحَدٍ مِّنْهُم مَّاتَ أَبَدًا وَلَا تَقُمْ عَلَىٰ قَبْرِهِ ۖ إِنَّهُمْ كَفَرُوا بِاللَّهِ وَرَسُولِهِ وَمَاتُوا وَهُمْ فَاسِقُونَ
Isaan irraa nama du’e tokko irrattis hin sagadinQabrii isaa irras hin dhaabbatinDhugumatti isaan Rabbiifi ergamaa Isaattis kafaranii finciltoota ta’anii du’aniiru
85وَلَا تُعْجِبْكَ أَمْوَالُهُمْ وَأَوْلَادُهُمْ ۚ إِنَّمَا يُرِيدُ اللَّهُ أَن يُعَذِّبَهُم بِهَا فِي الدُّنْيَا وَتَزْهَقَ أَنفُسُهُمْ وَهُمْ كَافِرُونَ
Qabenyi isaaniitiifi ilmaan isaanii si hin ajaa’ibsiisinRabbiin isheedhaan addunyaa keessatti isaan adabee, isaan kaafiroota ta’anii lubbuun isaanii bahuu fedha
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 83

Suuratu At-Tawbah Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo Rabbiin gara garee isaan irraa ta’eetti si deebisee, (duulaaf)…

Suuratu Aayah 83/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers