Al-Balad · 2/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Balad
وَأَنتَ حِلٌّ بِهَٰذَا الْبَلَدِ ۝٢
Wa anta hillum bihaazal balad
📖 Afaan Oromoon
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-Balad

1لَا أُقْسِمُ بِهَٰذَا الْبَلَدِ
Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha
2وَأَنتَ حِلٌّ بِهَٰذَا الْبَلَدِ
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha
3وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي كَبَدٍ
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 2

Suuratu Al-Balad Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha

Suuratu Aayah 2/20 — Suuratu Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Balad Caqasi, Suuratu Al-Balad Hiikkaa, Suuratu Al-Balad mp3, Suuratu Al-Balad pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers