Suuratu Al-Balad pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu Al-Balad pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Balad Hiikkaa. Suuratu Al-Balad (Meccan) 20 Aayah.
Related
- Suuratu Al-Balad HiikkaaOromo
- Suuratu Al-Balad mp3Caqasi
- Quran Index Oromo114
More Suuratu PDF
Suuratu Al-Balad

ﭽﭾﭿﮀﮁ
90:1
Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha
ﮂﮃﮄﮅﮆ
90:2
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha
ﮇﮈﮉﮊ
90:3
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)
ﮋﮌﮍﮎﮏﮐ
90:4
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
ﮑﮒﮓﮔﮕﮖﮗ
90:5
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa
ﮘﮙﮚﮛﮜ
90:6
“Qabeenya guddaan balleesse" jedha
ﮝﮞﮟﮠﮡﮢ
90:7
Sila inni tokkolleen isa hin arguu yaadaa
ﮣﮤﮥﮦﮧ
90:8
Sila Nuti ija lama isaaf hin taasifnee
ﮨﮩﮪ
90:9
Arrabaafi hidhii lamas
ﮫﮬﮭ
90:10
Karaa lama (gaariifi badaa) isaaf ibsine
ﮮﮯﮰﮱ
90:11
Sila maaliif tulluu hin dabrine
ﯓﯔﯕﯖﯗ
90:12
Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise
ﯘﯙﯚ
90:13
(Inni) Gabra bilisoomsuudha
ﯛﯜﯝﯞﯟﯠﯡ
90:14
Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha
ﯢﯣﯤﯥ
90:15
Yatiima fira ta’an
ﯦﯧﯨﯩﯪ
90:16
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege)
ﯫﯬﯭﯮﯯﯰﯱﯲﯳﯴ
90:17
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane
ﯵﯶﯷﯸ
90:18
Isaan sun warra mirgaati
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗ
90:19
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati
ﭘﭙﭚﭛ
90:20
Isaan irratti ibiddi cufamtuudha
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







