Suuratu Al-Balad Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Balad hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (20 Aayah — مكية). Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf.Suuratu Al-Balad Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
وَأَنتَ حِلٌّ بِهَٰذَا الْبَلَدِ ٢
📖 Hiikkaa
Aayah 2
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha
لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي كَبَدٍ ٤
📖 Hiikkaa
Aayah 4
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
أَيَحْسَبُ أَن لَّن يَقْدِرَ عَلَيْهِ أَحَدٌ ٥
📖 Hiikkaa
Aayah 5
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa
وَمَا أَدْرَاكَ مَا الْعَقَبَةُ ١٢
📖 Hiikkaa
Aayah 12
Tulluttiin maal akka taate maaltu si beeksise
أَوْ إِطْعَامٌ فِي يَوْمٍ ذِي مَسْغَبَةٍ ١٤
📖 Hiikkaa
Aayah 14
Yookiin guyyaa beelaa keessa nyaachisuudha
ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane
وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا هُمْ أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati
Dubbisi Suuratu Al-Balad Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

