Al-Balad · 3/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ ۝٣
Wa waalidinw wa maa walad
📖 Afaan Oromoon
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-5 — Al-Balad

1لَا أُقْسِمُ بِهَٰذَا الْبَلَدِ
Biyya (Makkaa) kanaanin kakadha
2وَأَنتَ حِلٌّ بِهَٰذَا الْبَلَدِ
Ati biyyi kun (lolaan banuun) siif eeyyamamaadha
3وَوَالِدٍ وَمَا وَلَدَ
Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)
4لَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ فِي كَبَدٍ
Dhugumatti, Nuti nama cinqii[] keessatti uumne
5أَيَحْسَبُ أَن لَّن يَقْدِرَ عَلَيْهِ أَحَدٌ
Sila inni tokkolleen[] isa irratti hin dandauu yaadaa
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 3

Suuratu Al-Balad Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Abbaafi waan inni dhaleenis (nan kakadha)

Suuratu Aayah 3/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers