Quraysh · 3/4
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Quraysh
فَلْيَعْبُدُوا رَبَّ هَٰذَا الْبَيْتِ ۝٣
Fal y`abudu rabba haazal-bait
📖 Afaan Oromoon
Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Quraysh

1لِإِيلَافِ قُرَيْشٍ
Qurayshota barsiisuuf
2إِيلَافِهِمْ رِحْلَةَ الشِّتَاءِ وَالصَّيْفِ
Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse)
3فَلْيَعْبُدُوا رَبَّ هَٰذَا الْبَيْتِ
Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu
4الَّذِي أَطْعَمَهُم مِّن جُوعٍ وَآمَنَهُم مِّنْ خَوْفٍ
Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse
QurayshTarreeffama Qur'ana
4Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Quraysh 3

Suuratu Quraysh Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu

Suuratu Aayah 3/4 — Suuratu Quraysh قريش (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Quraysh Caqasi, Suuratu Quraysh Hiikkaa, Suuratu Quraysh mp3, Suuratu Quraysh pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers