Taha · 31/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
اشْدُدْ بِهِ أَزْرِي ۝٣١
Ushdud biheee azree
📖 Afaan Oromoon
Isaan irree kiyya cimsi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 29-33 — Suuratu Taha

29وَاجْعَل لِّي وَزِيرًا مِّنْ أَهْلِي
Maatii kiyya irraas gargaaraa naaf godhi
30هَارُونَ أَخِي
Haaruunuma obboleessa kiyya
31اشْدُدْ بِهِ أَزْرِي
Isaan irree kiyya cimsi
32وَأَشْرِكْهُ فِي أَمْرِي
Dhimma kiyya keessattis isa hirmaachisi
33كَيْ نُسَبِّحَكَ كَثِيرًا
Akka baay’ee si faarsinuuf
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Taha 31

Suuratu Taha Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irree kiyya cimsi

Suuratu Aayah 31/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers