Al-Hajj · 34/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
وَلِكُلِّ أُمَّةٍ جَعَلْنَا مَنسَكًا لِّيَذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ عَلَىٰ مَا رَزَقَهُم مِّن بَهِيمَةِ الْأَنْعَامِ ۗ فَإِلَٰهُكُمْ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ فَلَهُ أَسْلِمُوا ۗ وَبَشِّرِ الْمُخْبِتِينَ ۝٣٤
Wa likulli ummatin ja`alnaa mansakal liyazkurus mal laahi `alaa maa razaqahum mim baheematil an`aam; failaahukum ilaahunw Waahidun falahooo aslimoo; wa bashshiril mukhbiteen
📖 Afaan Oromoon
Ummata hundaafuu akka horii Inni isaaniif kenne irratti maqaa Isaa faarsaniif jecha bakka qalmaa (isaaniif) taasifnee jirraDhugaan gabbaramaan keessanis Gooftaa tokkichaIsaaf harka kennaaWarra Isaaf gad of qaban gammachiisi
🎧 Caqasi

📜 Aayah 32-36 — Al-Hajj

32ذَٰلِكَ وَمَن يُعَظِّمْ شَعَائِرَ اللَّهِ فَإِنَّهَا مِن تَقْوَى الْقُلُوبِ
(Dubbiin) sanuma! Namni mallattoolee amantii Rabbii kabajes, dhugumatti sun onneen sodaa (Rabbii) qabaachuu irraayi
33لَكُمْ فِيهَا مَنَافِعُ إِلَىٰ أَجَلٍ مُّسَمًّى ثُمَّ مَحِلُّهَا إِلَى الْبَيْتِ الْعَتِيقِ
Isiniif isaan (beyladoota wareegaa) keessa hanga beellama murtaa’eetti bu’aawwantu jiraSana booda iddoon isaanii gara Mana turaa (daangaa harama Makkaa)ti
34وَلِكُلِّ أُمَّةٍ جَعَلْنَا مَنسَكًا لِّيَذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ عَلَىٰ مَا رَزَقَهُم مِّن بَهِيمَةِ الْأَنْعَامِ ۗ فَإِلَٰهُكُمْ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ فَلَهُ أَسْلِمُوا ۗ وَبَشِّرِ الْمُخْبِتِينَ
Ummata hundaafuu akka horii Inni isaaniif kenne irratti maqaa Isaa faarsaniif jecha bakka qalmaa (isaaniif) taasifnee jirraDhugaan gabbaramaan keessanis Gooftaa tokkichaIsaaf harka kennaaWarra Isaaf gad of qaban gammachiisi
35الَّذِينَ إِذَا ذُكِرَ اللَّهُ وَجِلَتْ قُلُوبُهُمْ وَالصَّابِرِينَ عَلَىٰ مَا أَصَابَهُمْ وَالْمُقِيمِي الصَّلَاةِ وَمِمَّا رَزَقْنَاهُمْ يُنفِقُونَ
Isaan warra yeroo Rabbiin dubbatame onneen isaanii sodaattu, kan waan isaan tuqe irratti obsan , kan salaata dhaabaniifi waan isaaniif kennine irraa kennaniidha
36وَالْبُدْنَ جَعَلْنَاهَا لَكُم مِّن شَعَائِرِ اللَّهِ لَكُمْ فِيهَا خَيْرٌ ۖ فَاذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ عَلَيْهَا صَوَافَّ ۖ فَإِذَا وَجَبَتْ جُنُوبُهَا فَكُلُوا مِنْهَا وَأَطْعِمُوا الْقَانِعَ وَالْمُعْتَرَّ ۚ كَذَٰلِكَ سَخَّرْنَاهَا لَكُمْ لَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Beeyladoota wareega Ka’abaa mallattoolee Rabbii irraa isiniif gooneIsaan keessa gaggaariitu isiniif jiraOdoo sakaalamanii jiranuu maqaa Rabbii isaan irratti faarsaaYeroo cinaachi ishee kufte ishee irraa nyaadhaa; hiyyeessa nama hin kadhanneefi isa kadhatu nyaachisaaAkka isin galata galchitaniif Nuti akka kanatti ishee (beeyladoota) isiniif laaffifne
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 34

Suuratu Al-Hajj Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummata hundaafuu akka horii Inni isaaniif kenne irratti maqaa Isaa…

Suuratu Aayah 34/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers