An-Naml · 33/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
قَالُوا نَحْنُ أُولُو قُوَّةٍ وَأُولُو بَأْسٍ شَدِيدٍ وَالْأَمْرُ إِلَيْكِ فَانظُرِي مَاذَا تَأْمُرِينَ ۝٣٣
Qaaloo nahnu uloo quwwatinw wa uloo baasin shadeed; wal amru ilaiki fanzuree maazaa taamureen
📖 Afaan Oromoon
[Qondaalonnis] “Nuti abbootii humnaafi abbootii lola cimaatiAjajni gara keetiMaal akka ajajju ilaali” jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu An-Naml

31أَلَّا تَعْلُوا عَلَيَّ وَأْتُونِي مُسْلِمِينَ
Narratti hin booninaa; Muslimtoota ta’aatii natti kottaa [jedha].”
32قَالَتْ يَا أَيُّهَا الْمَلَأُ أَفْتُونِي فِي أَمْرِي مَا كُنتُ قَاطِعَةً أَمْرًا حَتَّىٰ تَشْهَدُونِ
Ni jette: “Yaa qondaaltota [kiyya]! Dhimma kiyya irratti furmaata na akeekaa; Ani hangan isin hirmaattanitti dhimma kamillee murteessaa hin taane.”
33قَالُوا نَحْنُ أُولُو قُوَّةٍ وَأُولُو بَأْسٍ شَدِيدٍ وَالْأَمْرُ إِلَيْكِ فَانظُرِي مَاذَا تَأْمُرِينَ
[Qondaalonnis] “Nuti abbootii humnaafi abbootii lola cimaatiAjajni gara keetiMaal akka ajajju ilaali” jedhan
34قَالَتْ إِنَّ الْمُلُوكَ إِذَا دَخَلُوا قَرْيَةً أَفْسَدُوهَا وَجَعَلُوا أَعِزَّةَ أَهْلِهَا أَذِلَّةً ۖ وَكَذَٰلِكَ يَفْعَلُونَ
Ni jette: “Mootonni yeroo magaalaa tokko seenan ishee balleessuKabajamtoota ishees ni xiqqeessuIsaanis akkasuma dalagu
35وَإِنِّي مُرْسِلَةٌ إِلَيْهِم بِهَدِيَّةٍ فَنَاظِرَةٌ بِمَ يَرْجِعُ الْمُرْسَلُونَ
Dhugumatti ani kennaa wahii gara isaaniitti ergituudhaWaan ergamtoonni ittiin deebi’anus ilaaltuudha.”
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — An-Naml 33

Suuratu An-Naml Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Qondaalonnis] “Nuti abbootii humnaafi abbootii lola cimaatiAjajni gara keetiMaal akka…

Suuratu Aayah 33/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers