Ar-Rum · 48/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
اللَّهُ الَّذِي يُرْسِلُ الرِّيَاحَ فَتُثِيرُ سَحَابًا فَيَبْسُطُهُ فِي السَّمَاءِ كَيْفَ يَشَاءُ وَيَجْعَلُهُ كِسَفًا فَتَرَى الْوَدْقَ يَخْرُجُ مِنْ خِلَالِهِ ۖ فَإِذَا أَصَابَ بِهِ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ إِذَا هُمْ يَسْتَبْشِرُونَ ۝٤٨
Allaahul lazee yursilur riyaaha fatuseeru sahaaban fa yabsutuhoo fis samaaa`i kaifa yashaaa`u wa yaj`aluhoo kisafan fataral wadqa yakhruju min khilaalihee fa izaaa asaaba bihee mai yashaaa`u min `ibaadiheee izaa hum yastabshiroon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin Isa qilleensa erginaan duumessa sochooftuudha; akka fedhetti samii keessa ni bittinneessa; addaan kukkutamaas isa taasisaRoobas kan gidduu isaatii bahu argitaYeroo ittiin (rooba sanaan) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqe, yeroma san isaan ni gammadu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 46-50 — Ar-Rum

46وَمِنْ آيَاتِهِ أَن يُرْسِلَ الرِّيَاحَ مُبَشِّرَاتٍ وَلِيُذِيقَكُم مِّن رَّحْمَتِهِ وَلِتَجْرِيَ الْفُلْكُ بِأَمْرِهِ وَلِتَبْتَغُوا مِن فَضْلِهِ وَلَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Rahmata Isaa irraa isin dhandhamsiisuf, dooniinis ajaja Isaatiin akka deemtuuf, tola Isaa irraas akka barbaaddattaniifi akka Isa galateeffattaniif, gammachiiftuu taasisee qilleensa erguun Isaa mallattoolee Isaa irraayyi
47وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ رُسُلًا إِلَىٰ قَوْمِهِمْ فَجَاءُوهُم بِالْبَيِّنَاتِ فَانتَقَمْنَا مِنَ الَّذِينَ أَجْرَمُوا ۖ وَكَانَ حَقًّا عَلَيْنَا نَصْرُ الْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, si duras ergamtoota gara ummatoota isaaniitti erginee jirraIsaanis ragaalee ifa ta’aniin isaanitti dhufanii jiruIsaan daangaa dabran irraas haaloo bahanneMu’uminoota gargaaruun immoo haqa Nurratti ta’eera
48اللَّهُ الَّذِي يُرْسِلُ الرِّيَاحَ فَتُثِيرُ سَحَابًا فَيَبْسُطُهُ فِي السَّمَاءِ كَيْفَ يَشَاءُ وَيَجْعَلُهُ كِسَفًا فَتَرَى الْوَدْقَ يَخْرُجُ مِنْ خِلَالِهِ ۖ فَإِذَا أَصَابَ بِهِ مَن يَشَاءُ مِنْ عِبَادِهِ إِذَا هُمْ يَسْتَبْشِرُونَ
Rabbiin Isa qilleensa erginaan duumessa sochooftuudha; akka fedhetti samii keessa ni bittinneessa; addaan kukkutamaas isa taasisaRoobas kan gidduu isaatii bahu argitaYeroo ittiin (rooba sanaan) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqe, yeroma san isaan ni gammadu
49وَإِن كَانُوا مِن قَبْلِ أَن يُنَزَّلَ عَلَيْهِم مِّن قَبْلِهِ لَمُبْلِسِينَ
Odoo (roobni) isaan irratti hin bu’in dura immoo, sana dura dhugumatti abdii murattoota turan
50فَانظُرْ إِلَىٰ آثَارِ رَحْمَتِ اللَّهِ كَيْفَ يُحْيِي الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ إِنَّ ذَٰلِكَ لَمُحْيِي الْمَوْتَىٰ ۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Gara faana rahmata Rabbii, akka (inni) erga isheen duutee booda dachii jiraachisu ilaaliDhugumatti [Rabbiin] Sun du’aawwan ni jiraachisaInni waan hunda irratti danda’aadha
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 48

Suuratu Ar-Rum Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin Isa qilleensa erginaan duumessa sochooftuudha; akka fedhetti samii keessa…

Suuratu Aayah 48/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers